KUTANNOO ✊ dan repost
Gabaa Kaappitaala(Capital Market)
Guyyaa har’aa irraa eegalee hojiitti galuun ibsameera. Gabaa Kaappitaala jechuun gabaa keessatti qoodni (share), boondii fi dookumentiiwwaan gatii fi fudhatama qaban keessatti gurguramuudha. Gabaan Kaappitaalaa waan lama gurguddoof raawwata. Kan jalqabaa liqii argachuuf (debt finance)f yoo tahu kan lammataa ammoo Kaappitaala dabalachuf (capital finance)f dha.
1.liqii argachuuf (debt finance); dhaabbatni yoo maallaqa daldala/biizinesii isaanii ittiin baldhifatan dhaban Boondii qopheessanii gurguru. Namni maallaqa harkaa qabu boondii san bitateet irratti dhala argata. Dhaabbatichi ammoo maallaqichaan hojjeteet bu’aa buufata.
2. Kaappitaala dabalachuf (capital finance); dhaabbanii qooda isaanii hawaasatti gurguruun irra caalaa dhaabbaticha baballisuuf ykn investimentii baayifachuuf isaan gargaraa. Namootni qooda/sheerii dhaabbata sana irraa hin qabne aksiyoona bitachuun abbaa dhaabbatichaa tahu.
Galatoomaa
🎁🎁🎁🎁🎁🎁🎁