Akkam jirtu.
Seenaa kana Hanga xumuraatti Obsaan dubbisaa share waliif godhaa 🙏🙏🙏
🔴 namicha magaalaa keessa deemee okkotetti bishaan guutee gurguru tookkotu ture maqaan isaa muhammad Saaqii jedhama haala gaarummaa isaatii fii qulqullina isaa irraa kan ka'ee ummanni isa jaallachuu eegalan.
🔴 guyyaa tokko mootichi biyya sanii waa'ee muhammad kana dhagahee booda waaziirtichan "mee deem muhammad san qabii naaf fiidi " jedheen.
🔴 kaadimtichis deemee muhammed saaqii kana qabee fide
mootichis muhammed saaqiidhaan akkana jedheen "hardha
booda dalagaan tee asuma keessa masaraa kiyya kana keessatti keessummoota kiyyaaf bishaan qicceefii obaasta akkasuma ammas seenaa naaf himta".
Eegasii muhammadis hayyee tole jedheenii gara mana isatti galee haadha mana isaatiif oduu gammachuu tana himeef. guyyaa itti aanu muhammed ganama ka'ee qaama isaa dhiqatee huccuu haalaan bareeddu uffatee gara masaraa mootichaatti deeme.
🔴eegasii hojii isaa jalqabee keessummootaaf bishaan qicutti eegale eega keessummoonni deeman booda mootichaaf seenaa dur himeefii waan guyyaa guutuu dalagataa oole kafaltii isaa fidhatee gara mana isaattii gale.
🔴 haaluma kanaan muhammed hojii kana irratti yeroo dheeraadhaaf ture. hanga guyyaa kaadimtichi kun hanga muhammed saaqiin sadarkaa mooticha biraa qabu hinaafuu eegalutti.
🔴guyyaa itti aanu kaadimtichi kun muhammadiin jala deemee akkana jedheen "yaa muhammed mootichi foolii afaan keet irraa bahaa jiru jibbutti jira" jedheen😡muhammedis "mootichi akka hin cinqamneef maal gochuu qaba " jedheen, Kaadimtichis "carqiidhaan afaan kee haguuggadhuu koottu yeroo gara mana masaraa mootichaa dhuftu jedheen.
🔴muhammad saaqiinis afaan isaa carqiidhaan haguuggatee akkuma aadaa isaatti okkotee isaa bishaan quraasumaatiin guuttatee keessummootaaf qicutti seene mootichas gochi inni godhaa jiru kun ajaa'ibsiisuu eegale. guyyaa itti aanus muhammed afaan isaa haguuggatee dhufe haala kana irratti yeroo dheeraadhaaf ture.
🔴 guyyaa tokko mootichis kaadimticha isaa kana muhammed akka maaliif afaan isaa haguuggate gaafate.
Kaadimtichi" yaa gooftaa kiyya waan inni afaan isaa haguuggatuuf yoo sitti hime ati mataa kiyya narraa murta jedheen sodhaadha"😡😡jedheen.
🔴 yeroo kana mootichinis "abshir si hin tuquu natti himi jedheen kaadimtichis" yaa gooftaa kiyya muhammad bar afaan mooticha hin ajaawa jedhee haasawa "jedheen😡
🔴Yeroo kana mootichinis dallanee gara mana isaattii galee
haadha mana isaatiin mari'ate. Haati manaa motichaas "maaltu mootichaan sodaa tokko malee akka akkana jedhu isa godhe guyyaa boruu mormi isaa muramuu qaba nama birootiifis fakkeenya ta'a" jetteen.
🔴mootichinis yaada isii kana qeebalee(fudhatee)yaada gaariidha jedheen guyyaa itti aanu mootichi namicha morma nama irraa muru yaamee "guyyaa hardhaaa kana nama abaaboo harkatti qabatee masaraa kana keessaa bahu yoo agarte morma irraa murii ajjeesi" jedheen🤭. akkuma aadaa isaatti muhammed saaqiin hojii isaa erga hojjatee booda mootichi abaaboo tana kenneefii "tun kennaa an siif kenne " jedheen .
🔴yeroo kennaa tana fudhatee bahu kaadimtichaan walitti dhufan "eenyutu siif kenne abaaboo tana?"jedheen Waziirtichi kun muhammed "mootichatu naaf kenne"jedheen
Kaadimtichi "kun anatu sirra itti haqa qabaa fidi" jedhee irraa fuudhate muhammad saaqiin abaaboo tana kenneefii gara mana isatti gale.
🔴 eegasii namtichi mataa nama irraa muru kun waziirticha abaaboo harkatti qabatu argee morma irraa muree ajjeese 🤭🤭🤭🤭.
🔴
Guyyaa itti aanu muhammed okkotee isaa qabatee gara mana masaraa mootichaatti dhufee bishaan keessummootaaf qicutti seene yeroo kana mootichi ni ajaa'ibe waan muhammed saaqiin du'e se'e.
Eegasii muhammadiin yaamee gaafate "mee maaliif afaan kee kana haguuggatta mee naaf himi" jedheen.
Muhammedis "yaa gooftaa kiyya fooliin afaan kiyyaa akka sitti ajaawu kaadimtichi natti himee carqii afaanitti hidhadhuu koottu naan jedhe"
Seenaa kanarraa kan waa hubattaan 👍👍👍👍
╔══════════════════╗
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
📚JOIN: @hard_potential
╚══════════════════╝