Namni sababa hedduuf si hubatuu dhabuus, si gargaaruu dadhabuus mala. Akkamiin abaluun koo na hubatuus, na deeggaruus dide jettee itti hin aarin, ittis hin murin ~ jalqaba miiraaf ilaalcha kee keessaa bahii namuma sanuu hubachuuf yaali ~ maaltu beeka, sihii isa abdattutu isumaa abdatamu san caaluu mala✍🏽
Kanuma
Keenyas Oluma
#HawiAnole
Kanuma
Keenyas Oluma
#HawiAnole