Yoomuu taanaan namaaf jecha waan tokko hin godhin. Wanti namaaf jettee gootu gaafa namni sun dugdaan sitti garagale mataa si nyaata. Hamma dandeetteen waan itti amantu qofa hojjachuuf yaali. Wanti itti amantu sun garuu waan haqa dabsu, kan nama biraa miidhu, yookin dabaaf shira hin tahin. Hammamuu, eenyumtuu sihaa jibbu, wanti ati itti amantee hojjatte sun yeroo hundaa boqonnaa sammuu siif kenna✍🏽
Kanuma
Keenyas Oluma
#HawiAnole
Kanuma
Keenyas Oluma
#HawiAnole