KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha


➬ Killeen gaafa humna keessatiin cabxe cuucii taati,Yoo dhiibbaa alaatiin cabxe immoo jireenyi isii dhume.
→Channel Kana jalatti wantoota argachuu dandeessan
✔Jechoota kaka'uumsa📜
✔ kitaaboota pdf📚
✔Jechoota Kolfa🤣
→JOIN GODHAA🥇
★CEO:- @B_Einstein

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


#Ishee👉 Mee waa'ee kee natti himi🤲
#Isa👉 Ani Mucaa hiyyeessaati, barnoota dhiiseen maatii Koo gargaara🥲 Atihoo?
#Ishee👉 Ani hiriyaa jaalalaan qaba😏
#Isa👉 Achii booda Akaakayyuun Koo qarshii miliyoona 10 na dhaalchisanii du'an🫰
#Ishee👉 Garuu waliif galuu dadhabnee gargar baane🙏
#Isa👉 Achiin balaa ibiddaa ka'een Manni keenyaaf qabeenyi keenya hunduu gubatan🥲
#Ishee👉 Waan si dhibu, Jaalallee Koo faana kaleessa araaramne🙏
#Isa👉Akka tasaa qarshii miliyoona 8 baankii keessa Waan tureef Waaqayyo nu oolcheera💗
#Ishee👉 Ani garuu ijaan argaa isaa hin barbaadu😏

Ammas irra deebi'een jedhaa 'jarattiin hin cimiti' irraa of eegaa warri kankeenyaa😪


Namni mul'ata qajeelaa qabu,
mul'ata namootaas ni jajjabeessa.




silaa dhaltuun si'anaa safuu hin beektuu
chiikii kootu iddoo hin taane
na dhiite🥹


Dubartii Gaariin Gara Masjiida ykn Bastaskaana sin Deemti malee Hooteelatti sin deema hin Oltu.
😁😁😁😁😁
Nan sobee


☞“Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta’uu qaba hin jedhin.”
      Maartiin Luuter Kiingi.
👇👇👇
Join Join Join
Join Join Join
@Kaayyoodhugaa
@Kaayyoodhugaa


Seenaa barsiisa kana jiddu kana media hawaasa irra deema jiru kan akkan nama ajaa'ibudha
Guutuu isa argachuuf channel kana join gochuun argachuu dandeessu itti dhiyaadha💐💐💐


➲"Namoonni waan tokko hojjechuuf yaalanii kufan, warra homaa utuu hin hojjetin milkaa'an irra ni caalu."
  #Looyid_Joonsi


🐅Believe in yourself: The first step to achieving success is to believe in yourself and your abilities.


Seexanni Birrii na Harkatti Barakaa Dhowwiitu inaatin 😌


Durbi dur yeruma 'qoda-qodee' taphannuyyuu isa 'xaxarii' baay'ee qabutti malee hin heerumtu😛


Biyya keenya dhiisnee hin deemnu jenneetu malee Sudaan affeerraa naa gootee turte😄


dhiirri durba argite faana wil wil
godhattu guyyaama tokko kinbil jettaa qoyii


𝙼𝚎𝚎𝚜𝚑𝚊𝚊 𝚊𝚖𝚖𝚊𝚢𝚢𝚊𝚊 𝙲𝚊𝚊𝚕𝚊𝚊; 𝚜𝚊𝚖𝚖𝚞𝚞 𝙸𝚗𝚓𝚒𝚏𝚊𝚗𝚗𝚘𝚘 𝚚𝚊𝚋𝚊𝚊𝚍𝚑𝚞𝚞𝚝𝚒𝚒 𝚐𝚊𝚛𝚊 𝚍𝚒𝚛𝚛𝚎𝚎 𝚜𝚎𝚎𝚗𝚒.

Pr.Miraatuu Shaanqoo


OBSI

➬Beekaa taatuus ➬Rakkataa taatus ➬Huqqataa taatuus ➬Furdataa taatuus

DHOKSI

➬Karoora kee
➬Kufiinsa kee
➬Iccitii kee

SIRREESSI

➬Amala qabdu
➬Oolmaa baddu
➬Boonuu yaaddu ➬Hiriyyaa gantuu

JOIN 🫡 click
JOIN
🫡 clic


Baguma figdani waa jala ba'u hin dadhabin
😁
Etophia


Osoo hin nyaatin dura nama gatii💸 nyaataa gaafatuu waliin hoteela seenuun ni cima🤣


Namaaf jiraatta taanan ofi keef namni jiraatu hinjiru.Ofdursi ofii keef jiraadhu!


Sasseeqa media 🤣😅😂 dan repost
Bilbila 1 Bitachuuf jenne Dirqama Sangaa 1 Warra Jalaa Hiikne gabaa geeysu qabnaa😂

..
..
..


۞- halkan jumu'aa gaafa halkan witrii wajjiin wal qunnamte halkanoowwan witrii biraa caalaa irra kajeelamtuu halkan leeylatul qadriin keessatti kajeelamtuuti.


Ibn Rajab Ibn Hubeyraa irraa fuudhee-Rahimahumallaah

Du'aa'itti jabaadhaa

Rabbiin warra milkii irraa nuhaa taasisu. Amiiiiiiiiiiiin 🤲🤲🤲

Nuufis du'aa'iin nun dagatinaa

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.