Ammee
Akka Sa’uudiin qorannoon mirkaneessitetti;
Baatiin Ramadaanaa bara 1446 AH har'a mul'ateera.
Kanaafuu Sanbatni xinnaan Ramadaanaa 1 bara 1446 AH taha jechuudha.
guyyaan boruu guyyaa soomanaati.
Baga Ramadaana geessan!
@insharifaayiin irraa odeeffanne.