Odee Ammee
EBS tamsaasa dhaabsifamuun saamsameera.
Gabaasa jibba Oromummaan qeeqa guddaan irratti ka’ee kan jiru EBS yeroo ammaa cufamee jira.
Tamsaasi isaa Qilleensa irraa kan bu’e EBS yeroo ammaa Burtukaan dabalatee hojjettoonni miidiyichaa to'atamaniiru gochicha irratti hirmaatan to’atamaniiru.