Dhaabbanni saamunaa ilkaanii hojjatu ‘colgate’ rakkoo hamaa tokkotu naannoo biyyoota
dubbattoota ispaanishii ta’an keessatti isa mudateera. Rakkichis jechi ‘colgate’ jedhu hiikni isaa
dhaqii of rarraasi (go hang your self) jechuu waan ta’eefidha!!