Dargaggoonni jecha LAKKI❌ jedhu barachuu qabu!
➖➖➖➖➖
✅ Telegramidhaan kottu ni haasofnaa... Lakki❌
✅ Barnoota kee dhiisii walargina.... Lakki❌
✅ Si dhungachuun barbaada... Lakki❌
✅ Walqunnamtii saalaa si waliin raawwachuu barbaada... Lakki❌
✅ Durbummaa kee naaf kenni... Lakki❌
Waan hojjechuun sirraa eegamu qofaaf eeyyee jechuu baradhu.... Iddoo sirrii hin taanetti lakki jechuun guddummaadha!
LAKKI! ❌
Gaaffii, yaadaa fi waan namoonni biroo irraa barachuu danda'u jettanii yaaddan inbox armaan gadii kanaan nuuf ergaa @Gaaelabot
@Gaaela_Gaarii ☑️