Yeroo tokko haadha manaatu abbaa manaa shakka ture, isa qoruudhaaf mala malte. Hojjettuu mana isheetiin boqonnaan siif kennaa gara warra kee deemi jetteen. Galgala bakka hojjettuun ciiftu uffata ishee baafattee ibsaa dhaamsitee rafte. Xiqqoo yoo turtu tokko ol galee ammatee kan inni keessa jiru waa biraadha. Achii hafuuraa citaa gaafa bagan si argadhe jettee ibsaa balaq irratti gootuu namichi abbaa manaa ishee utuu hin taane waardiyyaa isaaniitu hojjettuu mana isaanii se'ee... Gidduu kanaan abbaan manaa ishee kataf jedhee ol itti seene. Lamaanuu akka dhalatanitti qullaa isaanii walirraa... Silaa Shakkii maaltu fideeyyu?
Hariiroo Jaalalaa
@Miira_jaalalaa ❤️
Hariiroo Jaalalaa
@Miira_jaalalaa ❤️