Motivationals Tip


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha


You can get motivational daily quotes
Join Us
Contact: @efesoon432

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


🎲Jaalala keessatti " 😀" wanti guddaan miira walii ciminaan hubachuudha. Sababni isaa... ↪️ See More

▶️ See More
See More


Ergaalee Jaalalaa 10...➡️ See More


1. To get motivational and inspiration education channels click here and Join

👇👇

💗 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>Click here
Click here

2. To get spiritual and books by pdf join us now ☺️

👇👇

 💖  Click here
Click here

.
3K+ Free Promotion addlist: @Getu_Abera


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa


💔 Laafinnii fi Ciminni shamarranii wantoota gurguddoo 10 irratti Akka hundaa'u quba qabduu??.... ↪️ See More

➡️ See More
See More

As tuquudhaan itti fufaa dubbisaa!


✔ Wantoonni gaariin jireenya keessatti salphaatti hin dhufan. Yeroo rakkinaa fi qormaata guddaa keessa darbitu, jireenyikee waan yeroo dheeraaf hin turre utuu hin taane, waan ati bara baraan akka qabeenyaatti ilaaltee itti gammaddu waan siif qabaachuu malu siif qopheessu ta’uu danda’a...
👉 Itti fufaa dubbisaa

🌐 As tuqaa >> See More
As tuqaa >> See More

Welcome 🤗


🌸 Sababiilee hin yaadamne gurguddoo 5 kan shamarran dhoksaatti dhiirotarraa eegan... ↪️ See More

             👇👇👇
             ✨banaa✨
         .  ✨banaa✨
               👆👆👆👆


🤦‍♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯


Gorsa Ganamaa dan repost
Namana 💬

Osoo namni hunduu dhimma nama biraa dhiisee dhimma mataa ofiitiin dhama’ee, dhama’aan jidduutti bakka dhabaa, hubadhu! 😉

🔗 @Gorsa_Ganamaa


⚪ 💓 Onnee qulqulluun jaalalaaf hunduma dursee in bitama. Sababni Guddaan Eebba kanaa (5) as tuquudhaan dubbisaa...↪️ See More

👆👇👇💘

➡️ See More
See More


💡 Jaalalli onnee namaa seenuuf Sababni Guddaan 3,... See More


✅ Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin dagatin,... See More

🎺 See More
See More


💘Maaliif barbaachise,... Itti fufuun dubbisi!


🌸 Sababiilee hin yaadamne gurguddoo 5 kan shamarran dhoksaatti dhiirotarraa eegan... ↪️ See More

             👇👇👇
         ✨banaa✨
         . ✨banaa✨
               👆👆👆👆


🤦‍♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯


😀Yaadota Ciminaa fi haalota gaarii ta'aniin guutamuuf haalduree barbaachisoo kanneen beektuu laata?...➡️ See More

🎲 See More
See More


📢 Yaadota si onnachiisan, yaadota soorata Sammuu keetiif si'aatina kennan,...▶️ See More


Dubartii, jajjabni gatiin isheen ofiif kennitu guddaadha. Kabaja ofii isheef eenyummaa isheef qabdurraa kan madde, yeroo hundumaa ogummaa gurguddoo 5 tti gargaaramti....➡️ See More👆👇👇

↪️ See More
See More


🎲 Shamarran ogummaa 5n kanneenitti fayyadaman jireenya isaanii keessatti gartuu hundumaa irratti milkaa'odha... ➡️ See More


😀Jaalalaaf dursa kennuuf qophii ta'i! Jaalalli qulqulluun Kan haalota irratti hin hundoofne yoo ta'e galmi isaa miidhagaadha. Obboloota kanneen irraa barachuuf as tuqaa,... See More

👆👇👇👆👇👇💘

See More
See More


💔⚡️Yeroo kana dhaloota miidhaa kan jiru qofummaadha. Qofummaa kara lamaan hiikuu dandeenya. ➡️See More👆👇👆👆💘🥹🥰

➡️ See More
 .    See More


Yaada Gaarii Yaadi! Positively Yaadi!

Addunyaan ilaalcha yookiin yaada kee keessa jira; Yaadni kee dhugaa lafa kanarra jiru jijjiiruu yoo baatellee dhiibbaa jireenya kee irratti fidu ni hir’isa;  Guyyaa fokkisaadha jechuurra guyyaa bareedaadha jedhi; Itoophiyaa keessa jiraachuun na hin barbaachisu jechuurra, rakkoon amma jiru hundi ni darba, Itoophiyaan biyya mijataa taati jedhi! Hojii hin argadhu jechuurra, hojii hin dhabu jedhi; Jireenya koo jijjiiruu hin danda'u jechuurra, jireenyi koo guyyaa guyyaan fooyya'aa jira jedhi! Na amani yaada gaarii yaaduu yoo dhiifte, jireenyi kee ni hammaata, kanaaf yaada gaarii qabaadhu!

@motivationals_tip
@OroInspireCenter


SELECT BETTER VERSION OF YOURSELF!

Person - 1 (Unhappy man)
█━ Social Media
█━ Their Faults
█━ News
█━ Judgement
█━ Revenge
█━ Bitter
█━ Alcohol
█━ Anger
█━ iPhone
Person - 2 (Visioney man)
█✰ Success
█✰ Goals
█✰ Purpose
█✰ Gratitude
█✰ Massive Action
█✰ Self Development
█✰ Money
█✰ Abundance
█✰ Happiness
█✰ Excuses
█✰ Giving

@motivationals_tip


Great minds discuss ideas. Average minds discuss events. Small minds discuss people.” Eleanor. R

❏ Sammuun nama tokkoo odeeffannoowwan dhugaa ta'an Tiriliyoona 100 kuusuu ni danda'a.

❏ Sammuun keenya Sekondii tokko keessaatti murtoowwaan adda addaa 15,000 kennuu ni danda'a.(Kitaaba The purpose Driven life)

❏ Namni tokko yeroo du’u sammuun isaa daqiiqaa torbaaf (7) yaadannoowwan yeroo lubbuun jiruu qabu tartiibaan bifa abjuun ni arga
(Psychology facts)

❏ Namni nuyi abjuu keessan arginu kamiyyuu dirqamaan nama ija keenyaan arginee beeknu dha. Sammuun keenya ofii isaatiif fuula yookiin suuraa nama haaraa tokko uumuu hin danda'u.

❏ Ulfaatinni Sammuu nama ga’eessa tokkoo giraama 1200 hanga giraama 1400 ni ta’a.

@motivationals_tip


❍ "Our ability to achieve happiness and success depends on the strength of our wings"

@motivationals_tip


"Harki ogummaa bare hin kadhatu!"

@motivationals_tip


✓ Beekumsa caalaa yaadni barbaachisaadha. Sababni isaas beekumsi waan yeroo ammaa beeknuu fi hubannu hunda kan ibsu yoo ta’u, yaadni garuu waan ammallee argachuu fi uumuu dandeenyu hunda agarsiisa.

@motivationals_tip

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.