TAATE AJAA'IBA BIYYA ITOOPHIYAA KEESSATTI TA'EE TURE QUBA QABDUU LAATA? 😂
Akkuma beekamu biyyi Raashiyaa biyya Innovation fi Teknoloojjiin baay'ee guddatee fi fagaate dha. Beektonni Raashiyaa meeshaa hattuu qabu oomishan biyyoota addunyaa adda addaatti ergan. Hanni biyya kamitti akka baay'atuu beekudhaaf.
Meeshaa hattuu qabu sana gara Ameerikaatti Yommuu Ergaan guyyaatti hattuu sadii qabee oole.😳 Ammas marsaa lamaffaa dhaaf qorannoo isaanii itti fufuun meeshicha Ardii Awurooppaa keessaa gara biyya Sweden jedhamutti ergan. Achitti immoo meeshichi guyyaatti hattuu 5 qabee oole.🤔 Achiimmoo ammas qorannoo isaanii itti fufuun Ardii Afrikaa keessa gara South Africa tti ergan. Achitti immoo guyyaatti hattuu 30 qabe oole. 😜😅 Raajii dha jedhan. Amma immoo Gaanfa Afrikaa keessa gara biyya keenyaa Itoophiyaa yommuu galchan. Biyya keenyaa keessatti immoo raajiin amanuuf nama rakkisu uumame. Hattuu too'achuuf gara biyya keenyaatti Kan ergame meeshichumti hattuudhan hatame. 😳😁
@Kottaakolfaa 😁
@Kottaakolfaa