Gaafa Waaqayyoo Waan Guddaaf si Qopheessu , Seexanni Waan Xixiqqoo faana Wal'aansoo Wal+qabaa akkati turtu Gochuu Barbaada!
Wal'aansoo Akkasii filannoodhaan ittiin Qabuun dhiifama, Kaayyoon Seexanaa Wal'aansoo sanaan dadhabaa si Gochuudhafidha waan ta'eef!