Namni akka si hin qeeqne yoo feete harka kee maradhuu, afaan kee cufadhuu taa'i jedha Aristootil. Namni waan hojjetu beeku, galma qabuu fi galmicha ammoo beeku calluma jedhee waan galmasaan isa ga'u hojjeta. Qeeqamuu sodaachuu dhiisa. Namoota hunda biratti jaalatamuu akka hin dandeenye beekee, jaallatamuu dadhabuusaas amanee fudhata...
Sababni isaas, deemee deemee wanti murteessaan lakkoofsa namoota si jaallatanii osoo hin taane biyya lafaarra hamma jirtutti nama ta'uu barbaaddu taatee darbuu keedha jedhee yaada waan ta'eef.
Sababni isaas, deemee deemee wanti murteessaan lakkoofsa namoota si jaallatanii osoo hin taane biyya lafaarra hamma jirtutti nama ta'uu barbaaddu taatee darbuu keedha jedhee yaada waan ta'eef.