Postlar filtri


WAALIIF PROMOTION dan repost
በአንድ ቀን ውስጥ ከ1ሺህ በላይ አባላትን ማግኘት ትችላለህ

ቻናላችሁን ማስተዋወቅ የምትፈልጉ እባኮትን ቦታ ከመሙላቱ በፊት አሁኑኑ አግኙን።

Guyyaa tokkotti member 1k ol argachuu ni dandeessu❕

Warren channel keessan beeksifachuu barbaaddan ammuma utu bakki hin guutin nu quunnamaa.


#Hubachiisa Namoonni na hasofsistan yoo xiqqaate miseensa kuma 1 ol qabaachuu qabdu❗️

Promoter 👉 @tamisha11


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
😂Mucucoo gannaa😂


Manneen hidhaa Nezerlaand sababa hanqina hidhamtootaatiin gara hoteelaatti jijjiiramaa jiru.😂😳🤣


#Caaltuu: Hojiin kee maali?
#Caalaa: Qorannoo waa'ee simbirroo 🦅 irratti
#Caaltuu: Waa'ee simbirroo 🦅 sirriitti beekta jechuudha kaa?
#Caalaa: Eeeeeeeeeeee
#Caaltuu: hayyee mee simbirroon hin barrifne (hin bararre) natti himi mee?......

Yoo maal jedheen gaaridha sitti fakkaate 😁😂😂😂😂😂
.
.

#Caalaa: Simbirroo duute kaa
.
jedhee hafuura fudhate.

Feetan kolfaa ofii kootiif kolfeen jira. 🤣🤣

#react and share


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
"KOODEE FIILMII AFAAN OROMOO HAARAA 2024 #koodee #Hirkoo #comedy #friendship"

[ KALAQAN ENTERTAINMENT ]
🎞️

Join for more👇
https://t.me/+9VSjRKPFLk04YzY8


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Oro funny mucaa gowwaa kojo

Join for more👇
https://t.me/+9VSjRKPFLk04YzY8

6 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.