𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅FT🎖


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Somalicha


OUR SALARY IS YOUR LAUGHTER!❤
MIINDAAN KEENYA KOLFA KEESSANI❤
NUESTRO SALARIO ES TU RISA!❤
ʙ4 ᴜ ʟᴇᴀᴠᴇ ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴛᴇʟʟ ᴜs ᴛʜᴇ ᴘʀᴏʙʟᴇᴍ😔
CEO:- @martin_odeegard

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Somalicha
Statistika
Postlar filtri


🚨Goota kubbaa miilaa fi taphataa sarara fuulduraa ISPORTING LISBON Maanchister Yunaayitid REAL MADRID fi JUVENTUS duraanii kan tahe fi AL NASIR amma Kiristiyaanoo Roonaaldoon har'a guyyaa dhaloota isaa waggaa 40ffaa kabajaa jira.🥺

Gootaa kubbaa miilaa planeeti kanarraa cr7

𝐇𝐀𝐏𝐏𝐘 𝐁𝐎𝐑𝐍 𝐃𝐀𝐘 𝐓𝐇𝐄 𝐆𝐑𝐄𝐀𝐓𝐄𝐒𝐓 𝐎𝐅 𝐀𝐋𝐋 𝐓𝐈𝐌𝐄. 🎂❤️‍🔥

Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo


Goat???
So‘rovnoma
  •   Messi
  •   Ronaldo
  •   Antony 🐐
103 ta ovoz


Har'a guyyaa dhaloota taphataa cimaa ( Meessiti aane ) addunyaa kana kan ta'e Kiristaano Roonaldodha.


HBD 🔥

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo

767 0 0 24 27

Hardha guyyaa dhaalootaa gootaa kubbaa miillaa




Neymaar dha 🥰🥰

Share➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Ergan sila hootela woyiiti
Foon nyaadhe ba'aa baadhu baadhu na godhaa akkasumas dhiittaa na kajeelchisaa jira tarii
Foon harreen nyaadhee laata?😢

Pls react to turn 1k this post🙏

Share➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Yoonaa mucaankoo inni angafaa kutaa 5 barata😭😭
Dhiisaa madaa walitti hin kaasnuu.



Share ➡️ @qoosaa_oromoo
Share ➡️ @qoosaa_oromoo


Yaaddaniittuuy osoo butiin ammaayyuu jiraatee😋😝

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Takkaashee naa kolfaamee chiikiin tokkoo yoo namni bayyee sii kolfe siin laadha naan jette...




Karamellaa😄

Share➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Abjuun faallaadha baga gammaaddee🥳🥳🥳


Eda abjuu kootiin nan fuudhe gammadee amma kunoo Nan rafa jedheen ammas nan abjoodha jedheen sodaadhe lammataa prank tahuu hin barbaaduu😭


Account koo irrattii maaltu naaf hafe jedhee warra baankii gaaffannaan Maqaa kee qofatuu hafee naan jedhanii.😁

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Milishaatti ID kennee hanga isaan maqaa kiyya dubbisanii argataniittan fb fayyadamaa jira!😋😂

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


🥺💔





Share➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Utuu nuti hin jirru ta'ee fuulayyuu hin dhiqataniim😳



Share ➡️ @qoosaa_oromoo
Share ➡️ @qoosaa_oromoo


Shmrn nuuf jettanii mekup amma sana dibattanis Taaank yuu jenna😚😁







Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo




Hiriyyaan koo tokko bayyee gabaabbaachuurraan kan ka'e guufuun hin dha'uuni.....




Irraa naanna'ee darba🤣🤣😃

Share➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Hanqaaquun maaliif qaala'e(mi'aahe) jennaan
Lukkuutu karoora maatii fayyadamuu jalqabe jedheen.



Share ➡️ @qoosaa_oromoo
Share ➡️ @qoosaa_oromoo


Itoophiyaa keessatti haga amma dhiitichoo milishaa qofa bilisaan argachaa jirraa😭

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.