T𝕙𝕠𝕦𝕘𝕙𝕥 P𝕠𝕨𝕖𝕣


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha


With this channel we talk about:-
👉Vision(Mul'ata)
👉Dream(Abjuu)
👉Inner Peace(Nageenya keessoo)
👉Life Wisdome(Ogummaa jireenyaa)
👉Quotes(Jecha Hayyootaa)
👉Your True Version
Stay tune!
Remember to share like and Comment

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


Good morning everyone 👐


Ilaalchi jireenya kee 100% jijjiira.
Life is all about attitude.
Your attitude determines your altitude!

Thought Power


G𝕒𝕓𝕒𝕒 K𝕚𝕥𝕒𝕒𝕓𝕒𝕒

Akkuma meeshaalee miidhaginaa bitachaa oollu kitaabas yaa bitannu.

Bitachuu qofa osoo hin taane,yaa dubbisnu.
Dubbisuu qofa osoo hin taane,hojiitti yaa hiiknu.
Yemmuu hojiitti hiikne dhalootaf taana.
Biyyatu jijjiirrama.

#Readers_Generation


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


#Namni waanuma facaase haammata.
Facaasufis haammachufis yeroo qaba.


Gaafii?

Dhimma Network Marketing hammam keessantuu quba qaba garuu?

Jaarraa keessa jirtuhoo beektaa?

@thought_power_369














Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish


Akka Risaa balali'i malee akka Lukkuu koola ykn baallee osoo qabduu miillaan hin deemin!

Iddoo nagaa oolaa!!!!


Dhaabbata akkanaa osoo argattee waliin hojjattaa?
👉Diinagdeedha guddachuu
👉Sammuudhan qaramuu
👉Team dhaan hojjachhu
👉Nama mul'ataa ta'uu
👉Dandeettii dubbiin guddachuu

Egaan kunoo dhaabbanni keenya wantoota kanaaf hojii guddaatti jira.

Namoonni dhugaan jijjiirramuu feetan qofti na dubbisaa
👇👇
@amdivine9


Jijjiirrama ni jaalatta.
Jijjirramuu garuu hin feetu.

Ati jijjiirramuu baattus umriin kee jijjiirramuun isaa hin oolu.

Halkan gaarii


Abdii hin kutatin.

Yaali,yaali,yoo dadhabdes yaali.
Jireenya kee keessatti wanta kaayyeeffatteef sana hamma galmaan geessutti dachee fi samiin iyyuu ni baddi osoo jedhamtee abdii kutuu hin qabdu.

Haile H/ Silase


Eeruu kitaabaa.

Jaarraa keessa jirtu kanatti maaltu akka barbaachisu gadi fageenyan beekuu feenan kitaaba kana dubbisi.

Barreessan Rober Kiyosaki yemmuu ta'u,kitaaba isaa Richa Dad Poor Dad jedhamuun beekkama.

Tarii pdf isaa yoo feetan na dubbisuu dandeessu.

@amdivine9


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Mee Video kana ilaali
........
Milkeessu dhiisuf sababa Nickolas James vujicic (Nick) caala qabda?

Of haa ilaali
Dhibaawukee dhiisi.
Be committed and be Action

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.