ጥር 26/2017ዓ.ም
በቡልቡላ አጠቃላይ ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት ባህልና ኪነ ጥበብ ክበብ አባል የሆናችሁ ተማሪዎች በሙሉ
በባህል እና ቱሪዝም ቢሮ የተዘጋጀ የኪነ ጥበብ ውድድር እና የመዝናኛ መርኀ ግብር ስለተዘጋጀ ለውድድር የሚሆኑ የኪነ ጥበብ ስራዎች ያሏችሁ እና በተሳታፊነትም መገኘት የምትፈልጉ ነገ ማለት 27/05/2017ዓ.ም ከጠዋቱ 3:00' (ሦስት ሰዓት) በት/ቤቱ የመሰብሰቢያ አዳራሽ እንድትገኙ።
መርኀ ግብሩ የሚከናወነው ነገ ከ 7:00' ወይም ሰባት ሰዓት ጀምሮ በኤር ጃቢ ሆቴል ስለሆነ ለቤተሰብ አሳውቃችሁ ፍቃድ ማግኘት ይኖርባችኋል።
ት/ቤቱ!!!
Amajjii 26/2017A.L.I
Barattoota Miseensa Gumii Aadaafi Aartii Mana Barumsaa Sadarkaa Lammaffaa Waliigalaa Bulbulaa taatan hundaaf
Sagantaan dorgommii aartii fi bashannanaa Waajjira Aadaa fi Tuurizimii qopheesse waan jiruuf, warri hojii aartii dorgommichaaf qabdaniifi hirmaachuu barbaaddan, guyyaa boruu, 27/05/2017 ganama sa'aatii 3:00 (sa'atii sadii)tti galma walga’ii mana barumsichaa keessatti akka argamtan isin hubachiifna.
Sagantaan kun boru sa'a 7:00 ykn sa'a torba irraa eegalee Hoteela Air Jabitti kan gaggeeffamu waan ta'eef maatii keessan beeksiftanii hayyama argachuu qabdu.
Mana Barumsaarraa!!!