✅ Walaloo bareedduu obboleessa keenya biraa nuu ergamte!! [
@martinansir] 🤗
Chaanaalii gurguddaa
Afaan Oromootiin nuti qabnu keessaa
Isa hangafaa fi hunda hammatudha
Dambaliin beekumsaa
Akkuma maqaasaa
Beekumsa lolaasa
Daandii guddinaati
Kallattiif akeektuu
Beekumsa nu soora
Jedhee "kana beektuu?"
Biizinasiis taanaan
Badhaasa adda addaa
Wanti nu bohaarsus
Asumarraa madda
Chaanaaliiwwan hedduun
Kan ittiin guddatu
Dambaliin beekumsaa
Bu'uura hundaatuu
Gaaffii adda addaa
Kan badhaasu qaba
Amanamummaadhaan
Sin bira qaqqaba
Warri hin barre dura
Kottaatii unadhaa
Gaaffii deebisaatii
Badhaasa fudhadhaa
Galaana beekumsaa
Yoo daakuu barbaadde
Kan akka dambalii
Hin argattu yaaddee
Kottaa itti dhiyaadhaa
Bilchinaan hordofaa
Badhaasa fudhadhaa ~beekumsa argadhaa
Hin deeminaa qofaa
Qalamni kee haa mirgisu!! 🤗
Chaanalli isaa kunooti join godhaa!! 👇👇
https://t.me/walaloowwanq/115https://t.me/walaloowwanq/115