Dirree Ispoortii


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha


On this channel
👉🏻 You will learn factual information and ways to earn money
👉🏻You will learn about Airdrop And Tech
👉🏻 You will find various prize competitions
👉🏻 You will also find Reliable job links
♻️For any Information👉🏻 @Ummiikoooooo

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


Guuyyaatti birrii 600
Kunooti akkuma as irraa argitan
Kallattumaan gara wallet keessanii baafachuu dandeessu
Jalqabuuf link kanaan seenaa register godhaa

https://bnppbtron.vip/#/register?ic=590094
https://bnppbtron.vip/#/register?ic=590094


isheen moodela lammii Iceland ta.un bekkamti miidiyaaleen biyya alaa hedduun akka gabaasanitti Maarkus Raashfoord dubartii tana waliin jaalala jalqabuu isaati.

Raashfoord dubartii tana waliin hariiroo erga jalqabee booda goolii galchuu eegale.

Maarkos jaalallee ijoollummaa isaa waliin erga addaan bahee booda yeroo rakkisan akka isa mudate beekamaadha. Raashfoord kanaan dura dubartii lammii Kolombiyaa takka waliin hariiroo akka jalqabe himamaa ture, garuu yeroo dheeraa hin turre.

Seenaa dhuunfaa isaa irraa hubachuun ni danda'ama, yeroo taphatichi hariiroo jalqabu ga'umsi inni dirree irratti qabu sadarkaa olaanaa irra akka jiru. bekkama ture.

Deeggartoonni Manchester Yunaayitid hedduun fula instragrama ishee irratti, "Raashfoordiin gara dandeettii isaatti nuf debisi jechani jiru


🇬🇧Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee kana itti fuufuun Kibxata,Roobii fi Kamisa ni taphatamu.

✔️Kibxata
4:30 ✅ Iswiich Kiristaal Paalas waliin
05:15 ✅Leester Siitii Westhaam waliin

✔️Roobii
04:30 ✅ Everteen Wolviis waliin
04:30 ✅Maan Siitii Nootinghaam waliin
04:30 ✅Niwkastil Livarpuul waliin
04:30 ✅ Saawuzhampiten Cheelsii waliin
05:15 ✅ Arsenaal Maan Yunaayitid waliin
05:15 ✅ Astonvilaa Bireentfoord waliin

✔️Kamisa
04:30 ✅ Fulhaam Biraayten waliin
05:15 ✅ Bornmaawuz Tootenham waliin


ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨 Leenjisaa Ruuben Amorim tapha Maanchistar Yunaayitid Arsenaal waliin taasisuuf carraa gara gareetti deebi'uu akka qabu dubbataniiru.

Inni Deebi'eera! 🔥


Giiniitti murtoo Murteessaan kubbaa miilaa dabarsan hordofee walitti bu’iinsa mudateen lubbuun namoota 56 darbuun dhagahame

Tapha Kubbaa Miilaa Giinii Magaalaa Nizeerkooreetti taphatameerratti Murtoo Murteessaan Kubbaa Miilaa Kilaba Laabee jedhamurratti dabarsan hordofee walitti bu’iinsa deeggartoota gidduutti mudateen miidhaan lubbuu fi qaamaa qaqqabuu ibsameera.

Mormii mudate tasgabbeesuuf jecha lubbuun namoota 56 darbuu ibsameera.

Ministirri Muummee biyyattii Baahii Ooriin taatee mudatetti gadduu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Mootummaan taatee uumame erga qulqulleeffatee booda ummataaf kan ifoomsu ta’uu dubbachuu ‘Al Jazeera’ gabaaseera.

Mamma afrikaa ummata ajaa'ibaa😭😭😭

@DirreIsporti


🇬🇧Kaadhimamtoota taphataa cimaa Arsenaal baatii Sadaasa.

✔️Maartiin Odegard
✔️Bukaayoo Saakaa
✔️Kahi Havarteez
✔️Liyaandroo Troosaard


🟢Erga Erik Tenhaag Maan Yunaayitid erga gadhiise.

✔️Maan Yunaayitid tapha torba taasisee kessa 5 injifatee 2 walqixa bahe.

✔️Maan Siitiin tapha torba taasisee 6 injifatamee 1 qixa bahe.


Team Of The Week !

[Who scored]

ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🇬🇧 Vaandayik 🗣: "Injifanichi nuuf mala ture, xiyyeeffannoon keenya ammaa tapha isa itti aanuu kan Niwukaastil ta'a.

ⓈⒽⒶⓇⒺ➡️➡️@DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➡️➡️@DirreIsporti  

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🇬🇧Gabatee Sadarkaa Premier League England Torbee 13ffaa Boodda Top 1-5

ⓈⒽⒶⓇⒺ➡️➡️@DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➡️➡️@DirreIsporti  

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


We are recruiting founding partners🤝Earn money at home, automatic income💰Register to receive 50Br💰Daily income up to 30,000Br❗️❗️💰Limited places, join now👉  https://t.me/nvda001


Xumurameera


Daqiiqaan 4 dabalame 2 taphatameera


Daqiiqaa 5 qofatu hafe


Daqiiqaa 80


Luwiis fi Fooden bahan

Deebruyinee fi Giriliish bahan


2-0 Liverpoooool


Saaaaaaaaalaaaaaaaaaaaaah


Gooooooooooooool


Liivarpuulif

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.