Jireenya ๐ข๐ข
1, Haadha Manaa qabdaa?
2, Manaaf konkolaataa qabdaa?
4, Kana dubbisuun yeroo kee gubaa jirtaa?
5, Lakkoofsi 3 akka hin jirre hin hubannee๐ซต
7,Deebitee check gootee/ilaalte.๐
8, Ammas gowwoomteetta lakk, 6 hin jiru๐
9, Ofitti kofalte.๐คฆโโ๏ธ๐
10, Lakkoofsi 1 akka hin jirre hin yaadanne๐
11, Dhugaa sitti fakkaatee ilaalte๐
12, Ammas gowwoomteetta ati nagaa miti jechuudha.
Jireenyi akkasitti waan nutti taphachaa jiru natti fakkaata.๐คญ๐
โโโโโโโโโโโโโโ
๐ชก
@Emotional_4U ๐๏ธ
๐ชก
@Emotional_4U ๐๏ธ