Postlar filtri




💵💵💵💵💵💵
የረጅም ጊዜ መድረክ ለመቀላቀል ደህንነቱ የተጠበቀ ከፍተኛ ኢን invest ስት ያድርጉ እና ከፍተኛ ያግኙ 
አሁን ይቀላቀሉ
Congratulations to members for successful withdrawal
Join now and you will succeed in Allied Gold.
Generating income online is actually very simple.
Choose the best company to cooperate with and you will succeed.
If you encounter any problems, please contact the online customer service directly, we are always at your service.
https://alliedgoldinvestment.com/?invitation_code=C3085
https://alliedgoldinvestment.com/?invitation_code=C3085




Baga Ayyaana Qilleetin isin Gahe!

Ayyaana Gaarii!


Akka jedhanitti 1paws=0.01$
Guys of hindabarsina
Binance irratti beeksisaniiru
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=ryN3oFhm
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=ryN3oFhm




Focus on you people come and go

@Ethioeducationalnews


Galmeen Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Bara 2017 Fudhatanii Mudde 6, 2017 Eegala – BBO

Galmeen barattoota qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa bara 2017 fudhatanii Mudde 6, 2017 Interneetiin kan eegalu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise.

Manneen Barnootaa kumni 1 fi 280 Barattoota isaanii qorsiisuuf qophii taasisaa jiraachuu himeera.

Barattoota Istriimii Saayinsii Hawaasaa kumni 90 fi 877 kan Saayinsii Uumamaa kumni 100 fi kumni 28 fi 423, waliigalaan Oromiyaatti barattoonni kumni 200 fi kumni 19 fi 300 qormaaticha fudhachuuf qophii taasisaa jiraachuu biirichi ibseera.

Qormaatni modeelaa gahumsa barattootaa madaaluuf kennamu ammoo walakkeessa baatii Amajjii kan kennamu ta’uu biirichi fuula miidiyaa hawaasummaa isaan beeksiseera.


Dhaabbilee barnoota olaanoo keessattis meenuu nyaataa tokko ta'uu akka qabu murtaa'eera.

Ministeerri Barnootaa daballii gatii nyaataa yeroo ammaa bu’uura godhachuun qorannoo kan gaggeesse yoo ta’u, bu’aa qorannichaa irratti hundaa’uun baajatni nyaataa dhaabbilee barnoota olaanoo guyyaatti Birrii 100tti ol guddateera.

Ministeera Barnootaatti Hojii Gaggeessaa Olaanaa Bulchiinsaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Doktar Solomoon Abrahaa, daballii gatii nyaataa amma jiru ilaalcha keessa galchuun baajatni nyaataa sirreeffamuu isaa ibsaniiru.

Dooktar Solomoon itti dabaluudhaan yuunivarsiitiiwwan biyya keenyaa keessatti meenuu nyaataa caalaatti walfakaataa akka ta’uuf hojjetamaa jira , bajatnis Yuunivarsitiileef baayyina barattootaan kan ramadamu ta’a jedhaniiru.

Yuunivarsitiilee keessatti barattoonni rakkoo hanqinaafi qulqullina nyaataa irraa kan ka’e akkaan akka rakkataniifi darbee darbee dhukkubaaf akka saaxilaman gabaasaa turuun keenya ni yaadatama


beeksisa

Ramaddiin sagantaa PREMEDIAL ifoome.

Yaadachiisaa

Bara barnootaa 2016 barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa darbanii fi qabxii darbiinsaa argattan yuunivarsiitiiwwan mootummaa Ministeera Barnootaa jala jiran keessatti sagantaa REMEDIAL irratti hirmaachuuf, ramaddii dhaabbata keessanii filannoowwan keessatti ilaaluu akka dandeessan isin beeksifna armaan gaditti tarreeffamtanii akkaataa bilbila ergitaniin sagantaa REMEDIAL hordofaa.

Gaaffii dhaabbilee jijjiiruuf dhiyaatu akka hin fudhanne ibsuu barbaanna.

Dhaabbata itti ramadamte ilaaluuf filannoowwan kennaman


Website: https://placement.ethernet.edu.et

Telegiraamii: https://t.me/moestudentbot


Ofi kooti irraa baaseera guys
Trust airdrop check godha maalumaafu


Guys list hin gaafatu darbees reef jalqaba.namni baay'een hin argine ,gaafa jalqabdan 3.5$ isiniif laata.withdraw godhachuu dandeesu.jalqabuuf
https://t.me/FinchAirdropBot?start=130696
https://t.me/FinchAirdropBot?start=130696
https://t.me/FinchAirdropBot?start=130696




​Guyyaa 10/03/2017
#ODUU_GAMMACHIISAA
-----------------

Mootummaan Rippabiliika HANGAARII lammiilee biyya keenyaatiif carraa barnootaa bilisaan kennuuf waadaa galteerti.

Mootummaan R. Hangaarii A. L. Awurooppaatti bara 2025 irraa eegalee #waggaa_waggaan_namoota 100 fudhatee bilisaan

Barnoota irratti Yunivarsitootni biyya keenyaafi biyya Hangaarii walitti dhufeenyaafi wal deeggaranii waliin hojjachuuf sanada walii galtee kan mallatteessan yoo ta'u, gara biyya keenyaatiin Ministeera barnootaatti, Ministeer Deetaa Misooma Barnoota Olaanoo obbo Korraa Xushuneefi gara Hangaarii irraa immoo, Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Hangaarii Ambaasaaddar Atiillaa Koppaanii ta'uun beekameera.
yunivarsiitiiwwan biyya isaaniitti akka barsiisu waadaa galeera.
Hangaariin biyya Awurooppaa keessatti argamtu yoo taatu, magaalaan guddoon ishees Budaapeest jedhamti.
#Maddi_odeeffannoo:- Fuula FB Ministeera Barnootaa Itiyoophiyaa irraa arganne.
@Ethioeducationalnews

#scholarship #Free #scholarship


Guys amma dafaa jalqaba myster box isaanii har'aa 1 millons qaba.kana immo lammata fiduu dhiisuu danda'u waan ta'ef
Darbees trust airdrop dha
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=ryN3oFhm



16 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.