Postlar filtri


💔 Jaalalli shamarranii dhiirota kuffisuuf karaalee 3n akka ta'e ni yaadama, Kunis,...➖ See More

👉 See More
See More


❌ Dhiironni ariitiin jaalala simatan dhuma irratti,...➡️ See More


彡• “Dubbii jaarsaa ganama didanii galgala itti deebi'an”
彡• “Dugda hin dhungatan, hunda hin dubbatan”
彡• “Dullachi waan garaa qabu alba'a”

@Mammaaka_Oromoo


#123

彡• “Dawaa ofii beekan namaa kadhaamu”
彡• “Deegan malee Waaqayyo hin beekani”
彡• “Dhabaaf malee sombi kan sareeti”

@Mammaaka_Oromoo


✅ Jaalatamummaa guutuu jaalallee kee irraa argachuu kee karaalee ittiin beektu 5'n kana quba qabdaa?... See More

➡️ See More
See More


💔 Ergaalee Jaalalaa jaalalleen kee fayyadamu... See More


#122

彡• “Daddaftee na dhungatteef dhiirsa naa hin taatu jette sanyoon”
彡• “Daalun xaraan kaanu tara”
彡• “Dabeessa uleen (jirmi) shan”

@Mammaaka_Oromoo


✔ Ofitti amanamummaa kee guddisuu gaafa jalqabdu, hariiroo gaarii ofii fi namoota waliin qabaatta kunis jalqaba.... See More
👇👇

🔵 See More
See More


🚩 Hariiroo gaarii cimsachuuf,... See More


#121

彡• “Citaa tokko luqqisaniif manni hin dhimmisu”
彡• “Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”
彡• “Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”

@Mammaaka_Oromoo


❤️ "Jaalalli madda nagaan irraa maddu kan ta'eef sababa walitti qabama wantoota gurguddoo afurii waan ta'eef... See More
👇👇

See More
See More


#120

彡• “Bulbuluma bulbuli hangan dhugu Anuu beekaa”
彡• “Buna lubbuuf xaaxa'u warri naa tolii kadhatu”

@Mammaaka_Oromoo


😁 Kolfitanii gammaduu fi bohaartii barbaadaa jirtuu?? Eeyyee akkas malee jireenyi ni ulfaata... 😀 See More
👇👇

See More
See More


😂 Nu waliin yoo turtan yeroo hundumaa akkuma gammaddanitti itti fuftu,... JOIN US


#119

彡• “Bishingaan otoo gubattuu kofalti”
彡• “Bofti fi raachi hanga ganni darbutti wal faana jiraatu”
彡• “Boru hin beeknen qad-bukoon ishee sagal”

@Mammaaka_Oromoo


🚩 "Dhiironni Haadha Manaa argachuu kan dadhaban sababoota 15niin jedhu, Dubartoonni baay'een immoo dhaabbatanii eegdota kan ta'aniif sababoota kanneeniini" jedhu...➡️ See More

➡️See More
    See More


🖥 Furmaanni isaa immoo,... See More


#118

“Billaachi otoo ofii hin uffatin dhakaatti uffisti”
“Bishaan darbaa jiru nama hin nyaatin, Jaarsi du'a gahe si hin abaarin”
“Bishaan maaltu gossa jennaan waan achi keessa jiru gaafadhu jedhe”

@Mammaaka_Oromoo


#117

“Beekaan namaa afaan cufata malee hulaa hin cufatu”
“Biddeen nama quubsu eelee iirratti beeku”
“Billaachi ofiifuu hin qabduu dhagaatti uwwifti”

@Mammaaka_Oromoo


#116

彡• Bara guddaa mataa lafa godhu.
彡• Bara quufaa lukkuutu dhuufa.
彡• Barri gangalata fardaati.

@Mammaaka_Oromoo


#115

彡• Bara bofti nama hidde lootuun nama kajeelti.
彡• Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba.
彡• Bara fuggisoo harreen gara manaa, sareen gara margaa.

@Mammaaka_Oromoo


💕 Jaalala simachuu dhabuu fi miira jeequmsaa maaltu namatti fiduu danda'a?,... See More
👇👇

See More
See More


💓 Gorsi doctorootaa miira walii hubachuu irratti kennan,... See More


#114

彡• Bakka kufte osoo hin taane, bakka mucucaatte bari.
彡• Bakka oolan irra bakka bulan wayya
彡• Balaliitee balaliitee allaattiin lafa hin hanqattu.

@Mammaaka_Oromoo


#113

彡• Bagan si arge jennaan, bagaan si hin dhokatin jedhe hattuun abbaa manaatin.
彡• Bakka dhiiganii hin fiigan.
彡• Bakka garaan jiru migirri yaati.

@Mammaaka_Oromoo


#112

彡• Ayyaanni haftuu haadha warraa balleessa (ajjeesa).
彡• Abbaatu Of mara jedhe bofti hantuuta liqimse.
彡• Badduun fira ishee yoo hamatte, baddubaatuun niitii shee hamatti.

@Mammaaka_Oromoo

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.