Ortodoksii Tawaahidoo Tube


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Amharcha


Baga nagaadhaan gara channel keenyatti dhuftan!
Channel keenya kana irratti faaruuwwan, barnoota, koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ni argattu!
Contact us :- @ortokoo_bot

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Amharcha
Statistika
Postlar filtri


Kabaja Ayyaana Qulqullootaa akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti

♦ Ayyaanota waggaa waggaadhaan kabajaman,
♦ Ayyaanota ji'a ji'aan kabajaman,
♦ Ayyaanota Gurguddoo fi Xixiqqoo Gooftaa saglan,
♦ Ayyaanota haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam 33'n fi Ayyaanota gurguddoo 5'n,
♦ Guyyoota Wangeelaawwiiwwan fi Duuka bu'oonni itti yaadataman,
♦ Guyyoota Qulqulloonni Saglan itti yaadataman,
♦ Ayyaanota Tsooma Guddaa Gooftaa waliin wal qabatan,
♦ Guyyoota Yaadannoo Abbootii, Luboota, Raajotaa fi Mootota Kakuu
Moofaa keessa turanii,
♦ Guyyoota Abbootiin ykn Beektonni Mana Kiristaanaa Kakuu Haaraa Duuka Bu'oota booda ka'aan itti yaadataman,
♦ Qulqulloonni Dubartoonni 36'n guyyoota itti yaadataman,

Kanneenii armaan olii hundumayyuu iddoo tokkotti dubbisuuf link kanaa gadi jiru tuqaa!
#Share taasisuu hin dagatiinaa!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/433qhVv
🔗 https://bit.ly/433qhVv


Teessoo Sillaasee kan baatan Bineensonni Arfan ykn Kiruubeel eenyu fa'i?

♦ Koochoowwan isaanii meeqa?
♦ Maal maaliin fakkeeffamu?
♦ Tajaajilli isaanii maal maalidha?
♦ Iji isaanii meeqadha? maalif isaan fayyada? Koochoon isaanii hoo?
♦ Kitaabni Qulqulluu hoo maal jedha?
♦ Biyya keenya keessatti Manni Kiristaaanaa isaanii eessa eessatti argama?

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! barnoota barbaachisaa waan ta'eef hundumti keessanuu dubbisaa! Share waliif taasisaa!

👇👇👇

Kutaa 1ffaa

https://bit.ly/2ZwLUij
https://bit.ly/2ZwLUij

Kutaa 2ffaa

https://bit.ly/3CiHXw0
https://bit.ly/3CiHXw0


𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚

Baga Guyyaa Yaadannoo Haadha keenya Qulqulleettii Arseemaa nagaadhaan geessan!

♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚!
♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐝𝐡𝐚?
♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐢𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐭𝐢?
♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐨𝐨 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐟𝐚'𝐢?

𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚'𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢  𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚!

Akkasumas bakka INSTALL jedhu tuquun Application keenya buufadhaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3qC1a7f
https://bit.ly/3qC1a7f


Baga Guyyaa Ayyaana Abuna Gabra Manfas Qidduusiin Nagaan isin gahe!

♦ Abuna Gabra Manfas Qidduus eenyudha?
♦ Jaalalli Uummanni Itoophiyaa isaaniif qabu akkamitti kan Qulqulloota kaanirraa adda ta'e?
♦ Uummanni keenya maalif jiruufi jireenya isaa keessatti maqaa Aabboo baayi'naan waama?

Kanneenii fi kanneen biroo wantoota ajaa'ibaa waa'ee abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qidduus link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! waliif qoodaa!

https://bit.ly/3FJu1xe
https://bit.ly/3FJu1xe


Dhuguma akka Shakkitoonni jedhan Manni Kiristaanaa keenya Qulqulleettii Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaan Iyyesuus Kiristoos hin lallabduu???

Kutaa 1ffaa

Gaaffii Shakkitoonni yeroo hedduu kaasaniif deebii isaa! Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! Share taasisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3Cg0Kar
https://bit.ly/3Cg0Kar

Kutaa 2ffaa

👇👇👇

https://bit.ly/3W3imSg
https://bit.ly/3W3imSg


Baga Kabaja Guyyaa Ayyaana Yaadannoo haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Ba'aataa Maariyaamiin nagaadhaan isin gahe!

Link kana tuquun waa'ee Ba'aataa Maariyaam dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3mNrtq1
https://bit.ly/3mNrtq1




Ijoollee Mana Kiristaanaa dan repost
Mul'ata Qulqulluu Yohaannis

💠 Seenaa Kitaaba Mul'ata Yohaannis
💠 Seenaa Magaalaa Efeesoon fi Qulqulluu Yohaannis
💠 Mana Xaa'otii Arxeems fi Qulqulluu Yohaannis
💠 Qoqqoodiinsa fi Hiikoo Mul'ata Yohaannis
💠 Kaayyoo Mul'anni Yohaannis itti barreeffameef fi k.k.f link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/3I22FCz
https://bit.ly/3I22FCz


Ijoollee Mana Kiristaanaa dan repost
Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii

«Nagaa ta'aa! Ani gara Gooftaa kootti deebi'uu kooti waan ta'eef!»

♥ Maqaawwan Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii
♥ Kitaabolee Qulqulluun Yohaannis Wangeelaawwiin barreesse
♥ Akka Kitaaba Qulqulluutti Yohaannis jedhamuun kan waamaman Qulqulloota meeqatu jira?
♥ Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii fi haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam
♥ Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii fi gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos

Seenaa ajaa'ibaa Qabsuura Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii irratti argamu, dubbisaa barumsa guddaa irraa argattu!

Link kana tuquun dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3C1Jbvl
https://bit.ly/3C1Jbvl


Ijoollee Mana Kiristaanaa dan repost
Baga guyyaa Yaadannoo Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa nagaadhaan geessan!

Qulqulluun Yohaannis Cuuphaan eenyudha?

Link kana tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/yohaannis-cuuphaa.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/yohaannis-cuuphaa.html


Sirna Uumamaa

Kutaa 5ffaa

Uumamtoota guyyaa Kamisaa fi Jimaataa link kana tuquun dubbisaa!


https://bit.ly/3Q5yPU5
https://bit.ly/3Q5yPU5


Ijoollee Mana Kiristaanaa dan repost
Qulqulluun Luqaas eenyudha?

♥ Wangeelli Luqaas akkamitti qo'atama? qabiyyeewwan isaa maal maali?
♥ Wangeela Luqaas Wangeelota kaanirraa kan adda isa taasisan maal maali?
♥ Wangeelli Luqaas fi Hojiin Duuka Bu'ootaa bara meeqa barreeffaman?
♥ Hojiin Duuka Bu'ootaa hoo qabiyyeen isaa maali?

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3SEhF1y
🔗 https://bit.ly/3SEhF1y


Ijoollee Mana Kiristaanaa dan repost
Qulqulluu Maarqoos Wangeelaawwii

♦ Qulqulluun Maarqoos Wangeelaawwiin eenyudha?

♦Wangeelli Qulqulluu Maarqoos osoo hunda dursee barreeffamee jiruu maalif lammaffaa irra ka'aame?

♦ Wangeelli Maarqoos eenyuuf barreeffame? Wangeelota kaanirraa maaliin adda ta'e?

Link kana tuquun dubbisaa!


👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3JHk98v
🔗 https://bit.ly/3JHk98v


Ijoollee Mana Kiristaanaa dan repost
Duuka Bu'aan Qulqulluun Maatewoos eenyudha?

♦ Seenaa fi Qabsuura Qulqulluu Maatewoos
♦ Wangeelli Maatewoos yoom barreeffame?
♦ Qabiyyeen Wangeela Maatewoos maal maali? iddoo meeqatti qoodama?

Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! hiriyoota keessaniifis qoodaa!


👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3aX6Jpt
🔗 https://bit.ly/3aX6Jpt


Ortodoksii Tawaahidoo dan repost
Hangafa Diyaaqonootaa Habiib Giyoorgis

«Bara Warqeetti Ilma Warqee»

Kutaa 3ffaa

Hundeffamuu Mana barumsaa Theology fi Manneen Barnootaa Dilbataa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Gibtsii ykn Koophxiitiif bu'uura guddaa kan kaa'e Hangafni Diyaaqonootaa Qulqulluun Habiib Giyoorgis eenyudha?

Link kana tuquun dubbisaa barumsa guddaa irraa argattu!


👇👇👇

https://bit.ly/3LFHSYm
https://bit.ly/3LFHSYm


Hangafa Diyaaqonootaa Habiib Giyoorgis

Kutaa 2ffaa

Hundeffamuu Mana barumsaa Theology fi Manneen Barnootaa Dilbataa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Gibtsii ykn Koophxiitiif bu'uura guddaa kan kaa'e Hangafni Diyaaqonootaa Qulqulluun Habiib Giyoorgis eenyudha?

Link kana tuquun dubbisaa barumsa guddaa irraa argattu!


👇👇👇

https://bit.ly/3gGeYca
https://bit.ly/3gGeYca


Ortodoksii Tawaahidoo dan repost
Hangafa Diyaaqonootaa Habiib Giyoorgis

Kutaa 1ffaa

Hundeffamuu Mana barumsaa Theology fi Manneen Barnootaa Dilbataa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Gibtsii ykn Koophxiitiif bu'uura guddaa kan kaa'e Hangafni Diyaaqonootaa Qulqulluun Habiib Giyoorgis eenyudha?

Link kana tuquun dubbisaa barumsa guddaa irraa argattu!


👇👇👇

https://bit.ly/3rv6lHT
https://bit.ly/3rv6lHT


Kitaaba Raajii Maariyaam

♥ Seenaa Kitaaba Raajii Maariyaam fi akkaataa dhufaatii fi walitti qabamuu isaa!

♥ Gaaffilee Kitaaba Raajii Maariyaam irratti ka'aaniif Deebii isaanii;

1. Dubroon Maariyaam Addunyaan osoo hin uumamiin akkamitti beekamte?
2. Raajii ishee kan dhageeffate akka Fooniifi Dhiiga isaa fudhateetti ta'aafii?
3. Uumamni hundinuu Dubroo Maariyaam galateeffachuuf uumamee?

Deebii isaanii link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


🔗 https://bit.ly/4cfFOSM
🔗 https://bit.ly/4cfFOSM


𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭

Baga guyyaa Yaadannoo abbaa keenya Abuna Takla Haymaanoot nagaadhaan geessan!

🌹 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚?
🌹 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐭𝐚𝐦𝐮?
🌹 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐛𝐮'𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐨𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐮𝐮𝐬𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐝𝐡𝐚?
🌹 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐬𝐮𝐮𝐫𝐚 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭
🌹 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚? 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢?

𝐋𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐰𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐚𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3qFhlAO
🔗 https://bit.ly/3qFhlAO


Ijoollee Mana Kiristaanaa dan repost
Qulqulleettii Kiristoos Samraa

Baga guyyaa yaadannoo haadha keenya Kiristoos Samraa nagaadhaan geessan!

👉 Haati keenya Qulqulleettiin Kiristoos Samraan eenyudha?
👉 Seenaa fi Qabsuura Qulqulleettii Kiristoos Samraa
👉 Ayyaanota yaadannoo Qulqulleettii Kiristoos Samraa

Kanneenii fi kan kana fakkaatan waa'ee Qabsuura haadha keenya Qulqulleettii Kiristoos Samraa link kana tuquun dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3wFUJUG
https://bit.ly/3wFUJUG

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.