Chora - Community Pharmacy DIC 📊💊🩺💉


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Amharcha


Our Aim is reaching out Health professionals with updated health related topics

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Amharcha
Statistika
Postlar filtri


#DHSI2 fi itti fayyadama isaa

DHIS hojmaata digitalization jennuun keessaa isa tokko..
haatau malee digitalized gochuun qofa jijjiirama fida jechuu miti..

Gamaaggama Dhiheessii Qorichaa tokko irratti waan tokko taajjabe

A. Gama tokkoon dhaabbileen fayyaa hundi #EPSS qoricha hin qabu jedhanii komatu.

B. Gara biraatiin data DHIS kan biiroodhaaf ergan irratti gabaasni isaanii kan garsiisuu👇
supply rate = 900%
Refill rate = 1100%


Eegaa hiikaan gabaasa kanaa maal garsiisa?
👉Qorichi #EPSS irraa nuuf dhihaataa jiru fedhii keenyaan kan #walsimuu fi hanga dachaa 10 caalmaa kan qabu jechuudha. kunis hammi Qorichaa nuuf dhihaataa jiru $baayyee #gaarii dha akka jechuutti.

Akka dhuunfaatti kaumsi rakkoo kanaa waa 4 jedheen yaada.

1. Maalummaa indikeetaroota kanaa hubachuu dhabuu
What is Supply Rate?
What is Refill rate!


2. Ilaalcha dogoggoraa..
lakkoofsi guddaa ta'e hundi akka raawwii gaariitti fudhatama isa jedhu jechuu kooti

3. Rakkoo data entry
data DHIS keessa galchinu guutuu ta'uu yeroo dhabu (incomplete data)..
👉fknf indikeetarri tokko numerator fi denumerator qaba. data yeroo feed goonu jara lamaan kana keessaa inni tokko hin guutamne ykn dogoggora lakkoofsaa qaba taanaan haalli akkanaa mudachuu ni danda'a.

4. Data qulqulleessuu dhabuu
Data tokko #DHIS irraatti osoo hin guutin dura, qulqulleessuu dhabuu fi #recheck gochuu dhiisuu.

Indikeetaroota dhiheessii qorichaatiin wal qabatan (maalumaa isaanii) qophii itti aanuun sirritti ilaaluu yaalla




Tajaajila Fayyaa Digitaalessuu

Tajaajila fayyaa digitaalessuu jechuun..wantoota duraan waraqaadhaan harkaan hojjennu, gara softiweerii fayyadamuutti olguddisuu jechuu dha.

kunis saffisaa fi qulqullina tajaajila keenyaa akka dabalu kan godhuu dha.


softweerii salphaa akka #excel irraa kaasee hanga complex isa taeetti fknf #dagu, #DHIS² hammata

Harraaf Excel irratti Akkamitti ida'ama waan tokkoo (Sum) Hojjettu? isa jedhu haa ilaallu

👉 fknf gaafa 21/01/2017 maamila taj isinirraa argate 5 qabdu haa jennu

Galii maamila 5n kana irraa argame ida'uuf maal gootu??

Step 1: Column G7 (Total Raw) click goona (iddo ida'ama kaa'uu barbaannu jechuudha

Step 2: Column G7 jalatti formulaa armaan gadii barreessina

                =SUM(G2:G6)

Hiikkaa formulaa kanaa:
👉 ida'i (galii mamila jalqabaa irraa kaasii (G2) : hanga isa maamila dhumarra jiruu(G6) )

Step 3: Enter key cuqaasna.
👉yeroo kana Total sales = 1000.00 birr dhufa .

Hiika: 👉 Galiin gaafa 21/1/17 maamila 5n irraa argame qarshi 1,000.00

Data kana shaakaluuf👇


Tajaajila Fayyaa fi Softweerii excel

Ekseeliin Calculation sassalphoo (sum, average, percentage) irraa kaafnee hanga data keenya #analyse gochuutti itti nu fayyaduu danda'a.

Taj fayyaatin walqabatee faaydaan excel nuuf kennu heddu dha. kana keessaa:

👉Tajaajila kennine tokko ida'ama isaa baruuf.
👉ida'ama baayyina maamila taj argatee adda baasuuf

👉Tajaajila kennine umriidhaan, saalaan qoodnee xiinxaluuf..
fkf taj kurmaana 2faa keessaa qoricha dhibbeentaa meeqatu daa'immaniif laatame isa jedhu.
Kan biroo bajata qorichaa tin walqabatee dhibbentaa hammamtu qorichoota gosa gara garaa irra oole kan jedhu akka fakkenyyaatti kaasuu ni dandeenya

mee harraaf video yuutuubii lamaan tokko isin affereera.

MS excel tutorial -Part -1 in Afan Oromo

MS excel Part 2-afan oromo🎞




Odeeffaanoo ykn nageenya nyaataa fi Qorichootaan wal qabate argschuuf..ykn..

Eeruu hanqina qulqullina nyaata fi qorichootaa argitan kennuuf

bilbila (short code) kana kan bilisa ta'e fayyadamaa

☎️📞 8️⃣4️⃣8️⃣2️⃣

Call 8482




EPSS Achi ta'uusaa har'an bare tnx


2nd Round (2017) . Pharmaceutical procurement is underway...




#urgent
Dimma Furmaata barbaadu.
Tajaajila Yaaliu #under_5 Manneen Qoricha Hawaasaa keessatti kennamuu fi kaffaltii isaa maal ta'uu qaba.


Gosa Tajaajilli qorichaa ittiin kennamu irratti sagantaa tokko qopheessunee turre👉see_here..

Yaadni harra dhiheessu
MQH keessaatti #Under- 5
akka excempted service ta'eetti ilaalama moo??. ...miti



Dhimma kanarratti gaggeessitoonnii fi ogeessonni BFO, WFG, WFA, BF irraa miseensa garee kanaa taatan Yaada irratti kennaa..Maal ta'uu qaba isa jedhurrari

Horaa Bulaa!!
@Chora_CP


homaa miti Bro..
its just my professional duty


Galatoomi Sofi












Yeroo buusii maamila IFH irraa sassabnu..#Diddaa

Lakki hin kaffalu. sababni isaa Qoricha argachaa hin jirru

isa jedhu akka ta'e beekamaa dha..

isa kana akkamitti amansiifna?...

💲dhugaa jiru yeroo ilaallu maamilli ganda keenyaa hammam fayyadamaa jira?
😕 kurmaana tokko qofatti tajaajila hammamitti shallagamu $$$ argachaa jira?

Data MQH BFQ..kan kurmaana 4ffaa 2016.(hamma qarshii tajaajlamaan tokko kurmaana tokko qofatti argate..akka fakkenyaatti gandoota afran tokko #analysis hojjannee haala armaan gadiitiin dhiheessuu yaalla ilaalaa qarshii 20 kaasee hanga 800 ga'a..👇👇👇

Giddu galeessaan kurmaana tokkotti, Taj maamilli tokko argatu
Hawaa yembar... .qarshii 270
Hawaa Gabbaa......qarshii 230
Shengela................qarshii 180
Sololoo...................qarshii 145
H/Hadheessaa...... qarshii 105



20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.