Walifan Tube


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: Ta’lim


Dhugaan Siniin Jedha Chaanaalii Kanatti Dabalamtan Jechuun Addunyaa Beektotaatti Dabalamte Jechuudha
Yaadaaf Gaaffii Yoo Qabaattan Karaa bot keenyaa Nuuf Ergaa
@Abbulaabot

You Tube Keenya Subscribe Nuuf Godhaa
youtube.com/@Abbulaa?si=CMf6x1jExGUjxS5t

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


RAFIQUL ISLAM PROMOTION dan repost
𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐀𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐈𝐝𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐝𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐮 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮𝐮

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐫𝐮𝐮 𝐁𝐢𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐬𝐚 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐄𝐞𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮𝐟 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐇𝐚𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮𝐮!!

𝐒𝐚𝐠𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐮

𝐀𝐝𝐬:👇👇👇
https://t.me/+VUGaT9pCfqI0YTk0




Hanga har'aatti faayidaan abdii kutachuudhaan argame hin jiru!

Kanaafuu Jabaadhu!

Nii tura ta'a malee nii moota!

@walifantube


Gaarii dubbachuu caalaa gaarii hojjechuu wayya

@walifantube


Waan jaalattu bira gahuudhaaf waan hin jaalanne keessa darbuu qabda!

@walifantube


Post koo like 👍Gochuun Dagatiinaa Please 🥺

@walifantube


Sammuun Dubbisuu Dhaabee fi Warshaan Hojii Dhaabe Tokkuma

@walifantube


Abdii hin kutatiin Yeroo fudhata malee galmi hin gahamnee hin jiru!

@walifantube
@walifantube


Of beekuu dhiisuu dandeessa malee ati nama jabaadha.


@walifantube
@walifantube


Rakkattee siif gaddamuurra milkooftee sitti inaafamuu siif wayya, brother

@walifantube


Simbirroon 🕊️damee mukaa irra  teessu
dameen jalaa cabuu gonkumaa hin sodaattu sababni isaas abdiin ishee damee irratti osoo hin taane baallee ishee irratti waan ta'eef.
@walifantube


Caaltee argamuu kan qabdu hiriyoota kee osoo hin taane, eenyummaa kee isa kaleessaa ta'uu qaba

🖋️@walifantube🖌️




Mo'uu Kan Dandeessu Yoo Sammuun Kee Miira Kee Irra Caalee Argamedha

@walifantube


Leenci iddoo tokko deemuu yoo barbaade karaa inni deemu irra bineensi baayyatus isa hin yaaddessu.

@walifantube


Eessaa geessa Namoonni siin jedhan

Dhumarratti baga geesse ,baga gammaadde,baga maqaa nu Waamsiste siin jechuuf jiru! Ati abdii hin kutin jabaadhu.

@walifantube




#Waan feetu# fi hawwitu yoo dhabde uumaa keettii hin gaddiin , inni waan barbaaddee osoo hin taane , waan si barbaachisuu siif rawwataa!

@walifantube


#Daandiin# ani irraa adeemaa jiru mijataa miti jettee duubaatti hin deebi'in. yeroo baay'ee karaawwan rakkisoo ta'an gara bakka bareedaatti waan nama geessanif

@walifantube


Waan tokko jalqabuu kee dura
Akkamitti akka xumurtu yaadi!

@walifantube

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.