Baankii Daldala Itiyoophiyaa


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Amharcha


Seenaan Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa (CBE) bara 1942 hundeeffama Baankii Mootummaa Itiyoophiyaa irraa eegaleeti.
CBEn bara 1963tti akka dhaabbata aksiyoonaa tokkootti seeraan hundeeffame. Ergasii as guddina biyyaa keessatti gahee olaanaa taphachaa dhufee

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Amharcha
Statistika
Postlar filtri


Yeroo tokkotti namoota hedduuf maallaqa erguu dandeessu!
'CBE Birr Plus' bakka isin jirtan hunda jira!
*
**
• Appii CBE Birr Plus irratti filannoo ‘Send Money’ jedhu banuun ‘To Group’ filadhaa.
• ‘Create New Group’ filachuun maqaa garee galchaa.
• Lakkoofsa bilbilaa namoota maallaqa itti ergitan hanga shanii galchaa.
• Maallaqa ergitan walqixa qooduuf ‘Split’ filadhaa, ykn tokkoon tokkoon namaaf maallaqa walfakkaatu erguuf ‘Duplicate’ filadhaatii maallaqa galchaa.
• Yeroo ‘Group Send Money’ filattee password keessan galchitan, maallaqni sun miseensota garee sanaaf ni ergama.
*
***
Appii CBE Birr Plus amma Google Play ykn App Store irraa buufadhaa!
• Bilbiloota Andirooyidiif:
https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr
• Bilbiloota Appiliif፡
https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787
#cbe #cbebirr #ethiopia #digitalbanking #banking #business


POS'n bitadhaatii bu'aa buufadhaa!
****
Yeroo POS fayyadamtanii kaffaltii bittaa fi gurgurtaa keessan raawwattan
Eenyutu beeka, badhaasa birrii kuma 10 illee argachuu dandeessu!
****
Hanga Amajjii 27, 2017tti
POS fayyadamuun, kaffaltii bittaa birrii 1,000 irraa eegalee yoo raawwattan,
Badhaasa birrii kuma 10 ni injifattu!
****
#cbe #digitalbanking #pos #banking
Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!


National Competitive #Bid
==========

Commercial Bank of Ethiopia invites interested and qualified bidders for the supply of the following goods/services:

1. GPS Vehicles Monitoring Software System (Bid No. 114/2024/25)

Interested bidders can get the full information on our website using the following link:
https://combanketh.et/cbeapi/uploads/mi_f2397f260e.pdf


Baga ayyaana cuuphaan isin gahe!
***
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Kiristaanonni hundinuu baga ayyaana Cuuphaa geessan jechuun hawwii gaarii qabu isiniif ibsa!

Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #ethiopia #epiphany


Mo'attoonni badhaasa isaanii fudhachaa jiru.
Carraan marsaa 5ffaa ifatti baheera.
POS fayyadamuun nama badhaasisa
*
**
Sagantaa badhaasaa Baankiin Daldalaa Itoophiyaan fayyadamtoota POS'f  ayyaana Qillee fi Cuuphaa sababeeffachuun qopheesse, warri abbaa carraa ta'an, badhaasa isaanii fudhachaa jiru.

Sagantaa badhaasa kanaan namoonni 315 birrii kuma 10 carraan ni badhaafamu.
Isinis POS fayyadamuun birrii 1,000 irraa jalqabdanii kaffaltiiwaan bittaa fi gurgurtaa adda addaa yoo raawwattan, abbaa carraa ta'uu dandeessu!


Waltajjiin marii maamiltootaa magaalota Gondarii fi Asallaatti gaggeeffameera.
****
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa waltajjii marii maamiltootaa magaalota hedduu keessatti gaggeessee jira.


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Saturday, 18 January 2025
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Hooggantoonni olaanoon Baankii Daldalaa Itoophiyaa indaastiriiwwan maamilootaa fi dhaabbilee tajaajila kennan adda addaa magaalaa Maqaleetti argaman daawwatan.
Jilli kun kaleessa maamiloota baankii keenyaa Magaalaa Maqalee waliin mari'ateera.
Har'a ammoo indaastiriiwwanii fi dhaabbilee tajaajilaa adda addaa kan maamiloota isaa daawwateera.



9 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.