Postlar filtri


Taphataan duraanii Liivarpuuliif Leenjisaan garee Al Ittifaaq Steevaan Jeeraard waliigalteen kilabichaan adda bahuuf. Jeeraard fi Ittifaaq waliigaltee irraa kan gahan yoo ta'u, Leenjisichi Suud Arabiyaa gadhiisuu akka barbaadu gabaafameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🇪🇺 Haala har'a galgala Chaampiyoonsiliigii Awurooppaa ittiin ilaallu.😍😁

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Kiristaanoo Roolaandoo : Ilmi koo Maatiyoon Mibaappee ni jaalata . Akkasi naan jedha "Kiiliyaan Mibappéen si caala " ani immoo akkasi jedhee deebisaaf " Abbaan kee Mibaappee ni caala,isa caalaa goolii hedduu galcheera".

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨Wiiliyaam Saliibaa: “Akka gaaritti taphachaa jirra, gareen keenyas jabaadha, garuu dhuma bara dorgommii irratti waancaa muraasa kaasuun qofa nu barbaachisa.”

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Maarki Kukureellaan Instagram irratti Suuraa kana gadhiisee Jira.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🎉 VIVAGAME gubbaatti galmaa'uun battalumatti Spin bilisaan argadha.

🌟 Guyyaa guyyaan carraa bilisaa taphatoota  VIVAGAME hundaaf! 🌟
🎁 Guyyaa guyyaan VPS  badhaasni isaa hanga qarshii 5,000,000.00
🎁Jalqabaa qarshii yeroo keessan boonasii dhibbeentaa 100 argattu.

🎁 Boonasii qofaan hanga qarshii 100,000 argachuu dandeessu.
🎁 Guyyaa guyyaan qarshii kessan guutuu deebin argachuu dandeessu.
🎁Taphni haaraan jalqabeera.
🎁Badhaasni Jaakpooti kanaa qarshii 1,050,000.
✨ Xiqqaan guddaa injifadhaa
✨ Badhaasni guyyaa guyyaan abbaa carra qabeessaaf

💵Karaa Tele birr፣ CBE Birr፣ ArifPay፣ SantimPay፣ Chapa fayyadamuu dandeessuu.

📜 Heeyyama hojii፡ SIL/FOTO/046/2016
📌 Galmeef www.vivagame.et/#cid=brtgBqs

🎉 Odeeffannoo fi badhaasota dabalataaf maatii Chaanaalii keenyaa ta'a.
👉  https://t.me/+1xNimVu183s0NTU1


🗣 Maayikil Baalaak: ''Virjil Vaan Daayik bara Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti Diroogbaa, Laampard, Alan Sheerar, Heenrii, Ruunii, Vaan Persii, Teeveez, Adebaayoor fi Diyeegoo Koostaa hin jirretti taphachuun isaaf carraa guddaadha.
Taphataan sarara ittisaa cimaa Liigichaa ta’uun isaa baayyee nama hin ajaa’ibu.”

Baalaak irratti walii galtuu? 🤔

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🗣️ Luwiis Saahaa: “Pool Poogbaan yeroo kanatti Maanchistar Yunaayitid keessatti deebi’ee arguun baay’ee natti tola. Yeroo inni ga'uumsatti deebi'ee taphachuu danda'utti garee Maanchistar Yunaayitid keessa seenee taphattoota ciccimoo keessaa tokko ta'uu danda'a .

''Taphattoonni baay'ee na gammachiisan muraasni jiru. Amad na gammachiisa. Neymaar na gammachiisa. Poogbaan na gammachiisa. Addunyaa kana irratti taphattoonni waan Pool Poogbaan hojjechuu danda'u hojjechuu danda'an muraasa qofa. , kanaaf akka kootti boqonnaa biraa Maanchistar Yunaayitid waliin yoo eegale nan jaalladha.”

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🗣️ Deeviid Beekam: "Meesiin erga soorama bahee booda Maayamii keessa akka jiraatu nan barbaada, garuu Liyoon naannoo Kaampinuu jiraachuu qofa akka yaadu natti himee jira."

Taphataan akka isaa Baarseloonaa jaallatu hin jiru. Asxaa Baarçaa miila isaa irrattis ta'e qaruuraa bishaanii isaa irraa dhabuu hin dandeessu !"

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅️𝐎𝐅𝐅𝐈𝐂𝐈𝐀𝐋

Feenerbaacheen Taaliskaa mallatteessifachuu isaanii ifoomsaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅ Ammee :
Luke Shaw Maan Yunaayitid waliin gara shaakalaatti deebi'ee jira!

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Istaatiksii bara kana taphattoonni Lammii Faransaay Baarkoolaafi Oliseen kilboota isaan waliin qaban.

Taphataan ganna 22 Biraadli Baarkoolaan bara kana:

🏟️ Taphoota 28
⚽ Goolii 13
🎯 5 Mijeessee kenneera
🤝 18 G/A

Taphataan ganna 23 Maayikeel Oliise bara kana:

🏟️ Taphoota 27
⚽ Goolii 10
🎯 8 Mijeessee kenneera
🤝 18 G/A

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅Haaromsi dirree Baarseloonaa Kaampinuu ykn maqaa ammaan Spotify Kaampinuu baatii caamsaa keesa akka xummuramu fi taphaaf qophii akka ta'u gabaafameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅Maanchister Yunaayitid jijjiirraa Paatriik Dorguu xummuruuf boru qorannoo fayyaa akka taasisu sagantaan qabameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅Livarpuul gaafii kilaboonni Saawudii Daarwiin Nuuneez fudhachuuf dhiyeessan kufaa jalaa taasiseera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅Arsenaal foddaa jijjiirraa kanan jijjiirraa taphataa nii taasisa jedhamee hin eeggamu.

Boordiin Arsenaal yeroo ammaa taphataa amansiisaa argachuun akka hin danda'amnee fi jarjaruun qarshii guddaa baasura tasgabbiin foddaa jijjiirraa ganna dhufuu iratti si'oominaan hirmaachuu barbaadu.

Madda amanamaa #David Orienstein

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Liivarpuul fi Boornmaawuz taphoota Piriimiyerliigii Ingiliiz 11n darban 🥶


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


📊 Taphattoonni lama kilaboota sadiif goolii 100+ galchaniiru:

🇧🇷 Neymaar Juuniyeer:
☑️ Saantoosiif: Goolii 136
☑️ Baarseloonaaf: Goolii 105
☑️ PSG f : Goolii 118 galcheera

🇵🇹 Kiristiyaanoo Ronaaldoo:
☑️ Riyaal Maadriidiif: Goolii 450
☑️ Maan Yunaayitidiif: Goolii 145
☑️ Juveentosiif: Goolii 101

⚽🔥


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Foddaan jijjiirraa taphattoota cufamuuf guyyaa 4 qofatu hafe!



𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🇦🇷 Juuliyaan Alvaareez istaatiksii bara kanaa hanga ammaatti:

👕 Taphoota 32
⚽ Goolii 16 galcheera
🎯 2 mijeessee kenneera

🇳🇴 Erling Haaland istaatiksii bara kanaa hanga ammaatti:

👕 Taphoota 31
⚽ Goolii 24 galcheera
🎯 2 mijeessee kenneera

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.