Computers Solution


Kanal geosi va tili: ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa: ko‘rsatilmagan


Furmaata Komputeraaf barbaaduu, teeknolojii haaraa irratti xiyyeeffatee tajaajila kan Kennu dha.

Связанные каналы

Kanal geosi va tili
ko‘rsatilmagan, ko‘rsatilmagan
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Oro Tech - Category

Namoota Karaa #Inbox na gaafattaniif kunoo akkaataa Telegram Channel yookiin Group bu'a qabeessa bananii fi haala salphaadhaan miseensota argachuu danda'an suuraa waliin deeggaruun isiniif dhiheesseera! 👇

1. Telegram Channel Akkamitti Create Godhama?
2. Gosa Link Telegram Channel/Group
Guutummaatti dubbisaa!
👇👇👇
https://cutt.ly/hwyVoNGn
https://cutt.ly/hwyVoNGn


Yaada Fi Gaaffii yoo qabaattan nuuf barreessaa!!!
@YaadafiGaaffii_bot


Fakkeenyaaf:
1. Channel name: Reading PDF
2. Description: Kitaabilee irraa barachuu dandeessan bifa pdf tiin ni argattu.
📚 Oromoo PDF
📚 English PDF
📚 አማርኛ PDF


1. Maqaa Channel keessanii barreessuudhaan mallattoo "☑️" Gubbaa irratti argamu tuquun xumurtu!

2. Description channel keessanii barreessuus/dhiisus dandeessu!


➊ Telegram Channel Akkamitti Create Godhama?

Telegram Setting --> New Channel -> Maqaa channel barreessita!

Telegram Channel Type
⁃ Public Channel
⁃ Private Channel

"Garaagarummaa public channel fi private channel fi faayidaalee isaanii yeroo itti aanu bal'inaan ilaalla!"

➲ Public Channel kanneen link ati barbaaddu itti moggaasuu dandeessudha! Fkn:
@Gaggeessummaa
@Reading_PDF

➲ Private Link immoo Telegram kan default siif kennudha! Fkn:

Link default 1ffaa:
⁃ Leadership - https://t.me/joinchat/AAAAAEMxvtVzvT_fCIjFkg

⁃ Reading PDF - https://t.me/joinchat/AAAAAE-0_gGryFw0jQc9LA

Link Default 2ffaa:
⁃ Leadership - https://t.me/+QzG-1XO9P98IiMWS

⁃ Reading PDF - https://t.me/+T7T-AavIXDSNBz0s

JOIN ❒┃❏ Share

⫸ JoinUs4More👇
Join ⫸ @Computer_Soln
Join ⫸ @Computer_Soln
Join ⫸ @Computer_Soln


EEGGANNOO

Namoota Admin Channel Telegram fi Group taatan Ciminaan Ilaallata

1.1 Karaa Online namoota Channel Telegram bituu fi gurguruu barbaadaniif!

1.2 Dhimma 2-Step Verification Code Fayyadamuu ilaalchisee
👇👇👇
https://cutt.ly/lwydOHUe
https://cutt.ly/lwydOHUe


SAGALEE JIREENYAA🇪🇹 dan repost
Interview Question Tips for Graduated Students

❍ Af-gaaffii, Gaafannoo (Interview Question) qacarrii hojiif yeroo baay’ee irra deddeebi’uudhaan gaafatamanii fi xiyyeeffannoon itti kennaman.

❍ Barattoota eebbifamanii gita hojii barbaadaa jiran kamiifiyyuu ni ta'a!
Guutummaatti dubbisaa!
👇👇👇
https://gracemedia.kbibleverse.com/af-gaaffii-gaafannoo-interview/
https://gracemedia.kbibleverse.com/af-gaaffii-gaafannoo-interview/




Erga account create godhattanii booda Bakka mallattoodhaan argisiise sana keessa yommuu seentan, link affeerraa keessan argattu!

Photo irraa akkuma mul'atu kana jechuudha

Gargaarsaaf
@YaadafiGaaffii_bot


Hojii Online

➊. Guyyaa guyyaadhan qarshii lama (2) bilisaan argattu!

➋. Namni link affeerraa keessaniin yoo seene qarshii afur (4) argattu!

➌. Link kanaan seenuun hojii online kana hojjechuu dandeessu!

https://shells.work/#/pages/public/reg?invter=I977697070

➍. Maallaqni keessan 70 ETB fi isaa ol yoo ta'e, gara baankii keessaniitti baasuu dandeessu!

➎. Hin Sodaatinaa! Itti bu'aa irraa fayyadamaa!! Yaadaa fi Gaaffii yoo qabaattan:
@YaadafiGaaffii_bot irratti nuuf barreessaa!

Akkaataa fayyadamaa:
1. Sign up/Register your account
2. Find your "Invitation code"
3. Copy invitation link and send to your friend
4. Check your balance if Available balance 70 ETB you can withdraw it!


Bilbila Daataa Yommuu Banannu Mallattoo Daataa Nuuf Fiduu Dide Yookiin Kan Intarneeta Nuuf Hojjechuu Dide Kamuu Akkamiin Sirreeffachuu Dandeenya?

Guutummaatti Dubbisaa!
👇👇👇
https://cutt.ly/SwtupEnJ
https://cutt.ly/SwtupEnJ


GAGGEESSUMMAA dan repost
Bilbila Osoo Hin Bitin Wantoota Gurguddoo Beekuu Qabnu 6:

➛ Bilbilootni akka Android fi iphone ulaagaa garaa garaa irratti hundaa’uun gosa hedduutu gabaa irra jira. Akkasumaas gatiin isaanii garaa garaadha. Yeroo kanatti bilbiloota akkasii bitachuuf baay’een keenya guddina/size/ fi gatii isaa qofa ilaaluun mobaayila gaarii hin taane yookiin tajaajila nuti barbaanne nuuf kennuu hin dandeenye bituu dandeenya ta’a.
Odeeffannoo guutuu waa'ee bilbilootaa argachuuf link kana fayyadamaa!
👇👇👇👇👇👇
https://cutt.ly/Fwem1AER
https://cutt.ly/Fwem1AER

12 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

516

obunachilar
Kanal statistikasi