Burqaa Faarfannaa


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: San’at


Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


ከ17 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል


የ 200 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ!

በኢትዮጵያ በጣም አስቸጋሪ የነበረዉ  ረሀብ መች አመተምህረት ነበረ


የ1000 ብር ካርድ ሊለቀቅ ነው 9 ደቂቃ ብቻ ነው የቀራው። ቶሎ ከስር JOIN ሚለውን ነክታቹ JOIN REQUEST ላኩ 🏃‍♀️🏃‍♂️


Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Dadhabbii kootti quba natti hin qabne
Jaalallike sanuma yomiyyuu
Moggaatti baastee na sossobatta
Jaalala keerra aniso hin darbu
Caafameera hojinkee keessa kootti
Gatii baastee na bitte dhiigani
Karaan dhufe hundiyu siin himu
Jabina koon miti ayyaanani

Join 👉 @farfannaahaaraa ☑️






Video oldindan ko‘rish uchun mavjud emas
Telegram'da ko‘rish
Dawit Girma - New Album Coming Soon

Join👉:
@farfannaahaaraa ☑️

3.5k 1 11 12 81

Nama jaalalaa💝 dan repost
Wan tokkon isinitti hima
Walitti dhufeenyi daangaa hin qabne tuffii fida kanaafu walitti dhufeenya keessanitti hamma isinii danda'ametti daangaa itti gochuu yaalaa😒😏

Join 👉 @Burqaa412 ☑️


#Dawit girma devoko anaa dhufu.!
Album faarfannaa dinqii nuuf qabatee dhufeera.!

Join Channel 👉 @farfannaahaaraa ☑️


Situ Mo'e - Samuel Tarre New 2024

Join 👉:
@farfannaahaaraa




Nama jaalalaa💝 dan repost
Nama si jaalatu miidhuun salphaadha,garuu madaa nama sanaa fayyisuun ulfaatadha.🥹😕

Join 👉 @Burqaa412 ☑️


Galatoomaa Hordoftoòta 50K geenyerra kana caalaa akka daaballuuf share gochuun na bukkee dhaabbadhaa hojii gaariidhan itti fufna 🥰🙏🙏🙏🙏 deemsii gara 🚶‍➡️🚶‍➡️🚶‍➡️ 100k

Yaada keessan comment jala na ka'aa

Join Channel 👉 @farfannaahaaraa


2Qor. 6
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁴ Warra hin amannee wajjin walitti hin hidhatinaa! Qajeelinnii fi jal'inni maal walitti qabu? Ifnii fi dukkanni tokkummaa maalii qabu ree?
¹⁵ Kristosii fi Seexanni² attamitti walii galu ree? Inni amane isa hin amanne biraa qooda maalii qaba ree?

Join 👉@farfannaahaaraa☑️


"Nuun Iyyuu gaarummaa isaa lakkaawwanneetu Karaa isaa Qajeelota taane
Hojii gaarii tokkollee hin Qabnu Karaa isaatin Ifatti Baane

Atis Koottu Gara Gooftaakee
Gaaddisa Isaatti Aara Galfadhu
Dhiigni isaa har'ayyu Ho'aadha
Hin Turiin lubbuuke oolfadhu"

Yesuus Si Jaallata - Dame, Binaim, Idosa, Cara, Robe, Simbo And Dani



Join👉
@farfannaahaaraa ☑️


Mootii fincilli hin buufne
Sichuun faarfadha Eekaa
Haqa hanqaaqni hin miccirree
Isa gootni egaa beekaa
karaadha Inni dhugaadha
Jireenyattis tarsiisa
Maqaansaammoo Yesuusi
Warra hin barren barsiisa

Join Channel 👉 @farfannaahaaraa☑️


HoE. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁴ Phexros garuu warra kudha tokkoo wajjin dhaabatee, sagalee isaa ol fudhatee, namootatti dubbachuutti ka'e, "Isin yaa warra Yihudootaa, warri Yerusaalem jiraatanis hundinuu, mee hubadhaa, dubbiin koos isiniif haa galu!
¹⁵ Jarreen kun kan machaa'an isinitti hin fakkaatin, amma ganama, yeroonis sa'aatii sadaffaa dha!

Join Channel👉@farfannaahaaraa ☑️


Bilisummaa Baaruu

ARAARRIKEE ....

join Channel
:@farfannaahaaraa ☑️




Namni hundi waan gaarii namaaf yaada jechuun kan ulfaatu ta'us, hunduu waan gaarii yaaduu danda'a. Garuu namni kan wal darbu isa yaadan sana gochaan mul'isuudhaani. Namaaf jettee nama gaarii yoo fakkaatte ni miidhamta, ofiif jettee yoo ta'e garuu boqonnaa sammuu argatta.!!!


Join Channel 👉 @farfannaahaaraa ☑️


Faarfattuu Altayech Galata dhukkuba yeroo dheeraa isheerra tureen galgala kana gara abbaa ishee isa umuriishee guutuu tajaajilaa turtee deemtetti.

Sorry! Altaayyechi ko biyya lafaa kanarratti boqottee hin beektu. Mirgi abbaakee sitti ha tolu 😥

Nagaan boqodhu😭

Inni godhe Waaqayyo beekaadha💔
🥹🥹🥹🥹🥹😭😭😭😭😭😭😭😭

Join Channel 👉 @farfannaahaaraa ☑️

13k 1 13 34 193
20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.