Jimma College of Teachers Education


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Amharcha
Toifa: Ta’lim


This is the official telegram channel of Jimma College of Teachers Education.
Website: www.jcte.edu.et
P.O.Box 95, Jimma, Oromia, Ethiopia.

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Amharcha
Statistika
Postlar filtri








Piroppozaala qu'annoofi qorannoo matadureewwan sadi irratti barsiisotaaf dhiyaatee yaadni ijaarsa tokko tokkoon piroppozaala irratti guyyaa har'aa 2/05/2017 KBBJtti yeroo dhihaatu


Jimmaa Dabalata 4ffaa.xlsx
15.7Kb
Kaadhimamtoonni barsiisotaa Sagantaa Dippiloomaafi Sartifikeetii KBB Jimmaatti dorgomtanii eeggataan rammaddii hin argatin haftanii amma KBB Jimmaatti dabalataan ramadamtan MAQAAN keessan as irratti maxxansame kun hanga bor 09/04/2017 waaree dura sa'a 6:30tti KBB Jimmaatti argamtanii akka galmooftan isin beeksifna

6.7k 0 12 13 43

Dabalata Jimmaaf (1).xlsx
10.3Kb
Kaadhimamtoota Barsiisotaa Sartifikeetii KBB Jimmaatti Dorgomtanii ramaddii hin argatin haftan keessaa amma KBB Jimmaatti kan ramadamtanii dha. Hanga guyyaa gaafa 04/04/2017 waaree booda sa'a 10:00 tti KBB Jimmaatti akka galmooftran isin beeksifna


Ramaddii dabalataa Jimmaaf 3ffaa - Copy.xlsx
15.3Kb
Kaadhimamtoota Barsiisotaa KBB: Jimmaa, Naqamtee, D/Dolloo, Mattuufi Shaambuutti dorgomtanii carraa argachuun KBB Jimmaatti amma ramadamtaniidha. Hatattamaan hanga bor (04/04/2017) waaree duraatti KBB Jimmaatti argamuun akka galmooftan cimisinee isin beeksifna.


Ramaddii Haaraa KBB Cirootti 2ffaa.xlsx
11.7Kb
Kaalid A/Jabel A/Duraa—Muummee Afaan Oromoo irratti KBB Jimmaatti kan dorgomte ramaddi KBB Cirootti waan argatteef hatattamaan gara KBB Ciroo deemi


Ramaddii Haaraa Sabbataaf - Copy.xlsx
10.9Kb
Kaadhimamtoota barsiisotaa KBB Jimmaatti dorgomtanii ramaddii irraa haftanii turtan garuu amma dabalataan KBB Sabbataatti ramadamtan: Hatattamaan hanga bor (03/04/2017) waaree duraatti KBB Sabbataatti akka argamtan isin beeksifna.


Beeksisa.pdf
349.2Kb
Barsiisonni Qacarrii Barsiisaa/barsiistuu Barnoota Lammummaafi Amala Gaariif galmooftanii maqaan keessan asirratti maxxansame Guyyaan Qorumsa calallii gaafa 5/04/2017 ganama sa'a 2:30 irratti ta'uu beektanii guyyaa jedhame kana mooraa Kolleejjichaatti akka argamtan cimisinee isin beeksifna


Beeksisa Ariifachiisaa..pdf
316.6Kb
Beeksisa Ariifachiisaa: Kaadhimamtoota barsiisotaa dabalataan KBB Cirootti ramadamtan—Hanga bor (03/04/2017 waaree duraatti hatattamaan KBB Cirootti akka argamtan isin beeksifna


Kaadhimamtoonni barsiisotaa Ganna 2016 Leenjii Gabaabaa BSTD guyyaa 45 fudhattanii kaleessa guyyaa gaafa 01/04/2017 hojiitti ramadamtan guyyaa gaafa 08/04/2017 Godina itti ramadamtanitti argamuun gabaasa akka gootan cimsinee isin beeksifna


Beeksisa Ariifachiisaa.pdf
328.5Kb
Beeksisa Ariifachiisaa Kaadhimamtoota Barsiisotaa Bu'uura Boruu (BSTD) Ganna 2016 KBB Jimmaatti Leenjii Gabaabaa Fudhattanii KBB Jimmaatti Barumsa itti fufuuf carraa argattanii turtan keessaa muraasni hojiitti akka ramadamtaniif carraan waan dhufeef guyyaa gaafa 01/04/2017 waaree booda sa'a 10:00 irratti CARRAA waan kaastaniif .sa'a jedhame kanatti akka argamtan cimsinee isin beeksifnapdf


K/Barsiisota KBB Jimmaatti ramadamtanii Dhufaa jirtan hundi Nagaan Nuuf Kottaa isiniin jechaa KBB'n Jimmaa qophii simannaa isaa xumuree isin eegaa jira. Haalumaa kanaan, Kolleejjiin keenya iddoo/bakka simannaa sadii irratti: Buufata konkolaataa fuul duree "Shawaa Hoteelii", Buufata konkolaataa durii Naannoo Hoteela Senteraaliifi balbala Kolleejjichaatti guyyaa gaafa 30/03/3017 fi 01/04/2017 Koreen/namoonni isin simatan qophaa'anii waan jiraniif kaadhimamtoonni yeroo dhuftan bakka jedhaman kanatti akka walitti qabamtan cimsinee isin beeksifna. Karaa Nagaa isiniif hawwina!!


Beeksisa_Haqamuu_Dorgomtoota_Kaadhimamtoota_Barsiisotaa_Ulaagaa.pdf
310.4Kb
Dorgomtoota Kaadhimamtoota Barsiisotaa sababa Ulaagaa Hin guunneef haqaman.pdf


Beeksisa
Barattoonni maqaan keessan gaditti tarreeffame ragaalee Meedikaalaafi Wabii keessan qabattanii hanga guyyaa gaafa 25/03/2017 tti Kolleejjii Barnoota Barsiisotaatti gabaasa akka gootan cimsinee isin beeksifna.

T/L Maqaa Muummee
1 Koree Kumsaa Wiirtuu A/Ingilizii
2 Keeruddiin Zeenuu A/Ingilizii
3 Galatee Buusaa Riqituu SN


Beeksisa_Qacarrii_Barsiisaa_Gosa_Barnootaa_Barnoota_Lammummaafi.pdf
462.2Kb
Beeksisa Qacarrii Barsiisaa/barsiistuu Gosa Barnootaa Barnoota Lammummaafi Amala Gaariin (BLAG).pdf


Leenjii Ogummaa Barsiisummaan KBB Jimmaa jalatti dorgoomtanii kan dabartan hundi unka Wabii irratti suura lamaan irratti Chaaphaa Waajjira wiirtuu filannichaa gochuu hin dagatinaa!


Beeksisa Kaadhimamtoota Barsiisotaa Haaraa bara 2027.pdf
490.5Kb
Beeksisa Kaadhimamtoota Barsiisotaa Haaraa bara 2017.pdf



20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.