Kakuu Studio


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: Din


❍ Tajaajila Channel Kanaan dhiyaatu:
» Barnoota Amantii Cimsannaa
» Dhugaa Wangeelaa
» Ergaa Ganamaa
» Leenjiilee Hafuuraa
» Ergaa Dargaggootaa
» Qo'annaa Macaafa Qulqulluu
» Kadhata Qulqullaa'aa
» Barnoota Gaa'elaa
Contact: @Megertu_Dhugasa

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Toifa
Din
Statistika
Postlar filtri


🖐️ቀኑን ብርክ ብላቹ የምታሳልፉባቸውን ዝማሬዎች እንጋብዛቹ

ታዲያ የድሮ መዝሙሮችን       
             ወይስ 👏
አዳዲስ መዝሙሮችን
          እንጋብዛቹ
✅ምረጡ
ቀጥሎም የሚመጣላቹን ቻናል በመቀላቀል በዝማሬዎቹ ተባረኩ
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Wave promotion:- @yonaaa125


Hafuurri waaqayyoo si jiraachisa.

Iyo. 33:4 “Hafuurri Waaqayyoo na uumeera, hafuurri inni hundumaa danda'u anatti baafate sunis ana in jiraachisa.”
Waaqayyo keenya fayyisaa qofa utuu hin taane, uumaadhaas! Hafuurri isaas ni jiraachisa.
Far. 104:30 “Yeroo ati hafuura kee itti ergitu immoo, isaan in uumamu; ati immoo irra-lafaa in haaressita.”
Lafti kun gaafa uumamtu bifaaf boca hin qabdu, onaas turte. Hafuurri Waaqayyoo garuu bocaaf bifa itti hore.
Uma. 1 ¹
Waaqayyo jalqabatti bantiiwwan waaqaa fi lafa uume; ² lafti bifa hin qabu, onaas ture; callabboo gad fagoo irra dukkanatu ture, hafuurri Waaqayyoos bishaan irra in sosocho'a ture.
Erga kana gochuu danda'ee, qaamaaf kutaa qaama kee iddoo gadhiise iddootti deebisuun, madaa kee suphuun isatti hin ulfaatu.

Ameen


QOROMSAAN ILAALAMANI DARBUU KEESSAAN DHUFA.

✍️ Qorumsi waan namni jaallatee itti galuu utuu hin taane waan fedhii fi yaada namaa ala namatti dhufudha. Qorumsi yeroo jalqaba nama mudatu waan nama naasisuu fi abdii nama kutachiisu yoo ta’ellee, achi keessatti namni obsa, amantii, danda’uu fi caalaatti gar Waaqayyootti siquu namatti hora. 📖 1Phe. 1:5-7 ⁵ Kunis, isin warra, karaa amantii fayyina bara booddeetti mul'achuuf qophaa'ee taa'u sanaaf, humna Waaqayyootiin eegamtanii jirtaniif in ta'a.⁶ Amma yeroo gabaabduudhaaf qorama garaa garaatiin gaddisiifamuun keessan kan hin oolle yoo ta'e iyyuu, isa sanatti immoo baay'iftanii in gammaddu. ⁷ Warqeen inni baduuf jiru iyyuu ibiddaan in qorama; amantiin keessan inni warqee caalaa gati-jabeessi immoo, guyyaa Yesus Kristos itti mul'achuuf jiru sanatti, jajamee guddinaa fi ulfina akka argatutti qoramee in ilaalama.
✍️ Qulqullinii fi miidhaginni (the quality and beauty) hafuuraa kan inni dhufu morkee (challenge) sana keessatti.
📖 IYOB 23:10 “Haa ta'u iyyuu malee, inni karaa koo in beeka, yeroo inni qoree na ilaaluttis akka warqeetti nan ba'a.”
✍️ Akkuma Warqeen warqummaansaa ibidda keessa erga darbee fudhatamu, jireenyi kiristaanummaas qorumsaan ilaalamanii erga darbanii fudhatama.
📖 Isa 48:10-11¹⁰ Kunoo, akka meetiitti yoo ta'uu dhabaatte iyyuu, si qulleessuudhaaf rakkina isa akka ibiddaatiin ani si qoreera; ¹¹ ani ofuma kootiif, ofuma kootiif jedhee kana nan godha; maaliifan maqaan koo akka balleeffamu godha? Attamittanis ulfina koo kan biraatiif kenna ree?
✍️ Qormaanni mana barumsaatii dhiyaatu akka sadarkaa barumsaatti namaaf dhiyaata. Qorumsi kutaa 6ffaaf dhiyaatu kanuma kuticha malee kan kutaa 8ffaa hin ta'u, kan kutaa 8ffaa immoo kan kutaa 12ffaa hin ta'u. Akkasuma hamma dandeettii keenyaatiin ol-waaqayyo nu hin qoru. Haa ta'u malee kiristaanni kamiyyuu qorumsa matasaa qaba.
📖 1Qor. 10:13 “Qoramni namatti dhufee hin beekne isinitti hin dhufne. Waaqayyo amanamaa waan ta'eefis, humna keessan gararraatti akka isin qoramtaniif isin hin dhiisu, garuu qorama sana keessatti akka isin dandeessan in godha, karaa isin keessaa baatanis isiniif in kenna.”
✍️ Ilaalamanii erga darbanii booda barbaadamu, jireenya, ulfinaafi mo’icha isa caalutti darbuu fi fira Waaqayyoo ta’uutu jira.
📖 ZakZak. 13:8-9 ⁸ Guutummaa namoota biyyichaa keessaa harka sadii keessaa harki lama rukutamee in dhuma; haa ta'u iyyuu malee, harka sadii keessaa harki tokko isa keessatti in hafa; ⁹ harka sadii isa hafe sanas ibidda keessa buusee, akka meetii fi akka warqeetti qoree nan ilaala; yommuu isaan maqaa koo waammatan, ani immoo isaaniif nan dhaga'a; 'Isaan saba koo ti' nan jedha; isaanis, 'Waaqayyo gooftaa keenya' in jedhu" jedha.


🖤 Hariiroo jaalalaa keessatti walitti dhufeenya gaarii fi amansiisaa irra gahuuf tarkaanfilee afur kanneen raawwachuun barbaachisaadha,...➡️ See More

➡️  See More
        See More


❗️ Miira eenyumaayyuu baruuf jalqaba maal hubachuu akka qabdu,... See More


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Idea Creative🔝
┃_
@Cryptoanalysisofficial 🌐
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@kaayyoodhugaa 📩
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


😱 Dhiirota Qofaaf - See More

🗣️ Amaloota dubartiin tokko jaalala keen kufuu fi qabamuu ishee ittin adda baafattu fuula irraa dubbisuun haala ittiin hubachuu dandeessu ammuma link kanaan seenuun miira ishii bariif
      👇
   See More
   See More


Qaroo Waamaraa👁️👁️ dan repost
Gorsa Shan [5] Use Time Wisely  

1. Iddoo Hundumaatti gaarummaa hojjadhu! Yoos maqaan kee bakka gaaritti waamama.
2. Eenyummaan kee inni qajeelaan bakka oolteen utuu hin taane, hojii bakkichatti hojjetteen madaalama.
3. Amma dandeessu namoota onnachiisi! Nama tuffachuu hundumtuu gochuu danda'a waan ta'eef.
4. Gammachuu argachuu kan dandeessu gaafa kaayyoo keetiif jiraattudha.
5. Yeroo keetti fayyadami! (Use time wisely)


👇👇👇👇👇👇
♻️Join & 🔗SHARE
         Telegram
https://t.me/ForAllthingsEye
╔════════════╗
#Qaroo_Waamaraa 💌
╚════════════╝


Yaadi garaa kee maalitti hidhamee jira?


📢 Naahoom 1:7 (MACQUL) Waaqayyo gaarii dha, yeroo rakkinaattis iddoo baqaa ti, warra isa amanatanis beeka;
📖 1 Seenaa 28:9 (MACQUL) Yaa Solomoon, yaa ilma ko, Waaqayyo inni ani abbaan kee waaqessu garaa nama hundumaa qoree waan ilaaluuf, wanta yaadni namaa itti hidhamee jiru hundumaas waan hubatuuf, gooftummaa isaa beekiitii garaa guutuudhaan, fedha guutuudhaanis isaaf hojjedhu! Yoo isa barbaaddatte, isa in argatta; yoo ati isa barbaaddachuu dhiifte garuu, innis bara baraan si in gata.
▶ Namni bakkee namaa Ilaala; Waaqayyoo garuu wanta yaadni namaa itti hidhamee jiru ilaala.
▶ Namni bu'aa yaada garaa isaa jiraata. Yaadni garaa kee yoo boora'e, jireenya kee booressa.
▶Wanti namni bakkeetti baasee dubbatuu fi hojjetu, wanta yaada garaasaa keessa jiruudha.
▶ Kanaaf macaafni qulqulluun Fakkeenya 27:19 irratti, "Bishaan nama isa keessa ilaale akkuma mul'isu, akkasuma yaadni namaas namichuma in mul'isa." jedha.
▶Qolaasaayis3: 2 kaasees yeroo dubbiftan akkas jedha,
📖 Qolosaayis 3:2 (MACQUL) Yaada garaa keessanii wanta waaqa irra jirutti hidhaa malee, wanta lafa irra jirutti hin hidhinaa!
▶ Biyya lafaa kana keessa yeroo jiraannu, cimsinee hojjechuu qabna; fiigicha nurraa eegamu fiiguu qabna; haata'u malee garuu, yaadni keenya isarratti utuu hin taane, isa waaqarraatti hidhamuu qaba.
▶ Yaadni namaa kun akka galaanaati; yoo hin hidhamu ta'e, nama fudhatee adeema.
▶ Yaadni kee akka bishaan gabatee keessaa akka inni asiif achii sin urgufnetti hidhamuu qaba.




Humna dubbii waaqayyootti amani


📖 Ibroota 4:12 Dubbiin Waaqayyoo jiraataa dha, humna hojjetus of keessaa qaba, billaa gar lamaan qarame caalaa qara qaba; inni lubbuu fi hafuura, buusaa fi dhuka gargar in baasa, yaadaa fi akeeka garaa namaas qoree faraduudhaaf in danda'a.
📖 Dubbiin Waaqayyoo jiraataa dha; hin dulloomu, hindadhabus. Barri hojjechuusaaf humni hojjechuusaa itti hindarbu. Yeroo hundumaa haara'aa adeema.
📖 Dubbiif barruuleen namaa moofa'aa adeema. Kon gooftaa garuu yeroo hundumaa haaraadha.
🔊 Isa biyyi lafaa arguu hindandeenye, morgaaf dhuka, kaleef ribuu keessan keessa galee in mura.
🔬Meeshaaleen qorannoo fayyaa kanneen akka 'CT-scan fi ultrasound' bakka dhibeen kee jiru fi gosa dhibee qaama keessa jiruu adda baasuu danda'a. Meeshaan hafuura hamaa adda baasu gaaru hin jiru. Sagaleen waaqayyoo hafuurota sana qoree ilaaluudhaaf humna qaba.
📖Ermiyaas 23:29 Dubbiin koo akka ibiddaa mitii ree Akka burruusa dhagaa kattaa caccabsuus mitii ree?
✍️ kana jechuun, 'isa qola xa'e ingubaa, isa dhagaa fakkaatee siyaaddesse immoo sirraa daaka.'jechuudha.
📖 Dubbiin Waaqayyoo ijaaruufis yoo ta'e diiguuf, dhaabuuf yoo ta'es buqqisuuf, muruufis humna qaba.
📖 Faarfannaa 29:3 Sagaleen Waaqayyoo galaana irraa in dhaga'ama, Waaqayyo inni ulfina-qabeessi in kakawweessa'a; inni galaana gurguddaa irrattis waaqayyummaa isaa in argisiisa. 4 Sagaleen Waaqayyoo humnaan in dhaga'ama; sagaleen Waaqayyoo surraadhaan in sochoosa. 5 Sagaleen Waaqayyoo muka gaatiraa in caccabsa; Waaqayyo muka gaatiraa tulloota Libaanon in caccabsa. 6 Inni tulloota Libaanon akka jabbii, tulluu Siiriyonis akka dibicha gafarsaa in burraaqsisa. 10 Waaqayyo bishaan badiisaa gara irraa iyyuu taa'eera; Waaqayyo bara baraan mootii ta'ee teessoo irra in taa'a.
🔊 Waaqayyoo haalota, bishaan badiisaaf uumama gararraa jira!
✍️ Akkuma seera biyya lafaatti dhimmi keessan yoo isin duraa qabame ol iyyannoon keessan sadarkaa gandaatii eegalee hamma Federaalaatti deemtu. Federaalli murteessinaan gandi diduu hindanda'u. Akkasuma manni maree 'sadantichaa' murteessinaan biyyi lafaa diduu hindanda'u.
🔊 Dhimmikee Mana maree sadantichaa (Trinity council) dhaa siif murtaa'eera.
💪 Humni maqaa yesuus, sagaleesaa keessaan hojjeta. Humna sagalee waaqayyootti amani.


Maaliifan uumame


“Waa'ee namummaa keessan isa keessaaf immoo, abbaan akka badhaadhummaa ulfina isaatiitti karaa hafuura isaatii humnaan guutamuu akka isiniif kennuuf nan kadhadha.” — Efe. 3:16
• Karaa tokkos guyyaa yeroon ammaatu tokko maaliifan uumame jennee gaafachuun keenya hin hafu. Barnoota walitti fufiinsa torbanootaaf qabaannu kana keessatrimmoo deebii kanaa akka argattan abdiin qaba.
• Gaaffi kana hundumtuu gaafachuu kan qabudha. Biyya lafaarra amma jirrutti kaayyoo uumama ofii hubachuu dadhabuun kisaaraa guddaadha.
• Kanaaf gaaffii kana yeroootti gaafachuu qabna.
“Kanaafis nuyi matumaa abdii hin kutannu, namummaan keenya inni bakkeetti mul'atu gad dhumaa yoo adeeme iyyuu, namummaan keenya inni keessaa har'aa bor haara'aa in adeema.” — 2Qor. 4:16
• Gaaffii kana yerootti hin gaafannu taanaan isa “Humni ganama dhuma, yaadni galagala dhufa” jedhan ta’a.
“Waaqayyoo doksaa ulfinaan guutuu kana warra saba isaa hin ta'in keessatti agarsisudhaan warra kan isaatiitti beeksisuu jaallate. Dhoksaan mul'ifame kunis Kristos isa isin keessa jiruu dha; inni ulfina isin argachuuf jirtaniif abdii keessan.” — Qol. 1:27
Ameen


Qaroo Waamaraa👁️👁️ dan repost
Gufuulee Milkaa'inaa... 

1. Ofittummaa.
2. Sodaa kufaatii.
3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu.
4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu.
5. Jijjiirama haala jireenyaa.
6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu.
7. Hanqina karoora/qarshii.
8. Ittigaafatamummaa maatii.
9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu.
10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu.
11. Qofaa keenya hedduu hojjachuu.
12. Humna ofii ol yaaduu.
13. Kutannoo qabaachuu dhabuu.
14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu.
15. Sabrii dhabuu. 
16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu.

Kanneen muraasa kan hafanis jiru...


Dhangaa dhaga'uuf
♻️Join & 🔗SHARE
╔════════════╗
#Qaroo_Waamaraa
╚════════════╝
https://t.me/ForAllthingsEye


☑️ Jaalalaa fi Tasgabbii Kan hin hawwine hin jiru, meeqaa keessantu adeemsa kana adeemuuf riqicha kanneen ta'an qoratee irra gahe laata?...▶️ See More

See More
See More


➡️ Ergaalee Jaalalaa,... See More


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Idea Creative🔝
┃_
@Cryptoanalysisofficial 🌐
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
@Danbalijaalalaa 💔
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@kaayyoodhugaa 📩
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


ilaalanitti lolu.
Kanaaf, Efesoon keessumaa yeroowwan akka keenyaa kan hawwataan addunyaa fi yeroon
darbuun duuka bu’ummaa Kiristiyaanaa dull ta’eef sodaachisaa ta’e dubbata. Kiristoosiin ol kaasa,
akkasumas abdii deebi’ee dhufuu isaa yeroo jiraannu akka miseensota waldaa isaa bobba’anii,
sochiirra jiranitti isa hordofuu barbaachisummaa isaa ni cimsa. Kutaa kana keessatti
kadhannaadhaan warra Efesoon dhaggeeffachuu fi yeroo qormaataa keessatti Yesusiin duukaa
bu’uun gammachuu akka haaraatti argachuuf mirga qabna.



@singer_megertu_official
@kakuu_studio
@yerusaalem_haaraa
@megertu_dhugasaa
👉👉@wisdomofgod_1818


Yeroo Qormaataa Keessatti Yesusiin Akkamitti Duukaa Bu'uu Dandeenya?

Ergaa warra Efesoon keessatti Phaawuloos waa’ee warra Efesoon mataa isaanii nutti
hima. Taateewwan gammachiisaa bara jalqabaa ergama kiristaanaa Efesoon keessatti
raawwataman booda waggoota hedduu booda, warri Efesoon hiika amantii Kiristaanummaa
isaanii wajjin wal’aansoo qaban.
Yeroo tokko dinagdee magaalaa guddittii afraffaan Impaayera Roomaa kanaa kan rakkise
Phaawulos, amma cinaatti hafee mana hidhaatti galeera. Mana hidhaa irraa yeroo barreessu,
amantoonni Efesoon “garaa dhabuu” danda’u jedhee yaadda’a, aadaa Efesoon isa ulfaataa,
magaalaa fi gadi fageenyaan waaqa tolfamaa ta’e keessatti duuka buutota Yesus ta’uun maal
jechuu akka ta’e miira sochii qabu kamiyyuu dagachuu danda’a. Dhaggeeffattoonni isaa duraanuu
Kiristaanota ta’anis, sagalee Phaawuloos kan qacarriidha. Amantii kiristaanaa keessatti deebisee
isaan galmeessuu, ibidda of kennuu isaanii Kiristoosiif deebisee qabsiisuu fi qaama dhaabbata
guddaa Waaqayyoo addunyaa kanarra jiru, waldaa ta’uu isaaniif gammachuu qaban du’aa kaasuuf
barbaada.
Amantiin kiristaanaa hunduu waa’ee Kiristoos waan ta’eef, Phaawuloos dinqisiifannaa fi
waaqeffannaa Isaaf ibsa. Duuka buutonni kiristaanaa raafaman yoo ta’e, jaalala jalqabaa Yesusiif
qaban deebi’anii waan qabataniif, ayyaanaa fi humna isaa irratti amantaa haaraa waan
hundeessaniif ta’a. Kanaafuu Phaawuloos ol kaafamuu Kiristoos samii irratti calaqqisiisa,
humnootaa fi waaqolii hundumaa caalaa of kennuu amantoota Efesoon hawwachuu
barbaadan. Yesuus galma karoora waaqummaa barootaaf, karoora amantoonni, akka waldaa,
karoora Waaqayyoo waan hundumaa Kiristoos keessatti tokkoomsuuf qabu keessatti gahee guddaa
itti taphatanidha.
Phaawuloos amantoota Efesoon gara Gooftaa isaaniif of kennuu haaraatti harkisuu yeroo
barbaadu, gaaffii duuka bu’ummaa kiristaanaa hin dubbatu. Amalli fi hawaasni kiristaanaa maal
akka fakkaatu bal’inaan hamma tokko qubeessa. Kiristaanonni gara waaqeffannaa hafuuraan
kakaafame, Kiristoosiin kabaju, Waaqayyoon qajeelfamuutti kan waamaman yoo ta’u,
Phaawuloos irra deddeebi’ee fakkeenyaan kan ibsudha. Kiristoosiif of kennuun akkaataa namni
tokko itti hojjetuu fi dubbatu irratti dhiibbaa qaba. Kiristoosiin jaallachuu jechuun namoota hidhata
amantii keenyaa kabajuu fi iddoo guddaa kennuu jechuudha. Akkaataa amala hafuura hamaa fi
saalqunnamtiin manca’aa aadaa isaanii keessatti akka malee babal’ate mormuu jechuudha. Innis,hariiroo waldaa fi mana keessaa qabnu keessatti, fakkeenya aarsaa of kennuu Kiristoos dhiheesse 
irraa liqeessuu jechuudha. Lammiilee Efesoon jiraataniif fakkeenya ifa ta’e kan akkaataa jireenya 
dhala namaa haaraa ta’e dhiyeessuu jechuudha.
Phaawuloos xalayaa isaa keessaa harka gaarii kan dabarsu, akkaataa haaraa kanaaf gammachuu 
isaa ibsuudhaan, miseensummaa waldaa Waaqayyoo keessatti nama ta’uun maal jechuu akka ta’e 
ibsa. Keessattuu Waaqayyo kutaalee dhala namaa addaan ba’an — Yihudootaa fi Ormoota —
waldaa keessatti tokko ta’ee walitti makameera jedhee yaaduun isaa ni jajjabeessa. Bakka 
diinummaan itti eegamutti tokkummaa jiraachuu keessatti, amala hawaasa Waaqayyoo isa haaraa 
fi mootummaa dhufu agarsiisuuf carraa qabu.
Barbaachisummaa qaama waldaa Waaqayyoo ta’uu hordofuu keessatti Phaawuloos waldaadhaaf 
fakkeenya afur guddisa. Amantoonni qaama Kiristoos kan uumuu, Kiristoosiif of kennuu isaanii 
fi tokkummaa waliif qaban agarsiisu. Isaan mana qulqullummaa jiraataa, karaa aarsaa Kiristoos 
Qaraaniyoo irratti ijaarame, kan Waaqayyo keessatti waaqeffamudha. Isaan misirroo Kiristoos 
yoo ta’an, yeroo Misirroon akka kan isaatti isaan himachuuf dhufu gara sirna gaa’ela guddaatti 
kan ilaalanidha. Fakkeenya dhumaa kan Phaawuloos amantii kiristaanaa keessatti deebisee 
galmeessuuf carraaqqii godhe ibsu keessatti, isaan waraana Kiristoos , kan maqaa isaatiin nagaageggeessu, humnoota dukkanaa humna Waaqayyootiin yeroo isaan gara deebi’ee dhufuu Kiristoos


"Namni waa lamarraa barata.

1) Ofirraa; Uumamaan namni beekumsaa waliin dhalata beekumsa qabu hojiitti jijjiiree waan uumameef beekee jiraata, hojii hojjetu sana keessatti hir'inas jabinas ni qabaata hir'ina ofii Of irraa baratee borutti tarkaanfata, Jabina qabus jabeeffatee daran akka jabaachaa deemuuf ofirraa barata.

2) Namarra; Dhalli nama jiruu fi jireenya isaa keessatti haalota hedduu dabarsa suni seenaadha, Irraa baratta! Seenaa sana keessatti dogongorri maali? Dogongoricha Akka lamuu hin uumamneef irraa baratta Sababni isaa si'iif Akka muuxannootti fayyada waan ta'eef".

Hayyuun suma,ta'i argami!


❤️ "Message (ergaa) Jaalalaa jaalallee keetiif erguuf rakkataa jirta taanaan asitti bu'i!",... See More

            👇👇👇👇
     👉✨See More✨👈
     👉✨See More ✨👈
             👆👆👆👆


❤️ Ergaalee jaalalaa 100,... See More


Qaroo Waamaraa👁️👁️ dan repost
WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN..!

~Karoora kee.
~Dadhabina kee.
~Kufaatii kee.
~Iccitii kee.
~Sochii kee kan fuul-duraa.
~Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.

JAHAN KANA AMMOO HUBADHU!   
~Yaadi malee hin dhiphatin!
~Nama irraa baay'ee hin eeggatin!
~Dandeettii keetti fayyadami!
~Dogoggora kee irraa baradhu!
~Ofitti amani!
~Dandeettii kee beeki!

Dhangaa dhaga'uuf
♻️Join & 🔗SHARE
╔════════════╗
#Qaroo_Waamaraa
╚════════════╝
https://t.me/ForAllthingsEye


Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ!

✓ Jɑɑlɑlli kɑn ibsɑmu gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuu dhɑɑn!

✓ Gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuun gufɑnnɑɑ bɑɑy'ee irrɑɑ nɑmɑ hɑmbisɑ.

✓ Siif dhiise jechuunis eenyummɑɑ nɑmɑɑtti kɑbɑjɑ olɑɑnɑɑ horɑ.

✓ Dhiifɑmɑ gochuun hubɑtɑɑ nɑmɑ tɑɑsisɑ.

✓ Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ Qɑbɑɑchuun wɑntɑ hundumɑɑ obsɑɑn birɑ dɑrbuu gɑɑfɑtɑ. Dɑndeettiin hubɑnnoo nɑmɑɑtiis obsɑ qɑbɑɑchuu isɑɑtiin ibsɑmɑ.

✓ Nɑmni dhiifɑmɑ godhu gɑrɑɑ qulqulluu qɑbɑɑchuu isɑɑtiif rɑgɑɑ bɑ'ɑ.

Dhiifama Waliif Haa Goonu!!!

Hiriyaa kee isa guddaa

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.