Postlar filtri


✅Maanchister Yunaayitid ganna kana taphatoota 10nii ol akka gurguru ykn bilisaan gadhiisu gabaafamaa jira.

Isaan keessaa Raashfoord, Saanchoo, Antoony, Kaasmiroo fi Erikseen keessatti argamu.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅️Riyaal Maadriid fi Barnimaawuz jijjiirraa ganna dhufuutiin Guuler fi Huujsen wal jijjiiruuf yaadaa jiru.

📃【ᴍᴀʀᴄᴀ】

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


"Wenger abbaa koo kubbaa miilaa ti" Vanpersie

🔴Taphataan sarara fuulduraa Arsenaal fi Man.Yunaayitid duraanii Roobin Vaan Persiin leenjisaa Feyenoord ta'uun erga muudamee booda leenjisaan isaa duraanii Arsen Wenger akka naaf bilbile dubbateera.Leenjisaa Feyenoord tahe erga muudamee booda Roobin Vaan Persiin 🗣️"A. Wenger naaf bilbilee baga gammaddee naan jadhe,inni Anaaf nama guddaadha" jadhe.....

Leenjisaan Roobin Vaan Peersii itti dabaluudhaan🗣️ “Leenjisaan Arsen Wenger kubbaa miilaa keessatti akka abbaa kooti” jechun kabajaafi iddoo guddaa leenjisaa isaa duraanii A.Wenger qabu ibseera!

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Waaliyaawwan har'a gita isaanii Garee Biyyaalessa Jibuutii waliin taphatu

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa marsaa 6ffaa har'a gita isaa Jibuutii waliin taphata.

Har'a halkan sa'aatii 6:00 eegalee Moorookoo magaalaa Al Jeediikaa Istaadiyeemii Al Abdiitti ni taphatu.

Waaliyaawwan taphoota hanga ammaatti taphatan 5 keessaa 3 qixa bahuun 2 ammoo moo'amuun qabxii 3'n sadarkaa 5ffaarratti argamu.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Jibuutii ammoo taphoota 5 keessaa 4 moo'amuun 1 qixa bahuun qabxii 1 sadarkaa 6ffaarra jiru.

Carra gaarii garee biyalessaa itoophiyaaf

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Ganna kana Atlaantaa kan gadhiisu Luukmaan gara hawwii isaa durii Baarseloonaa tti imaluuf fedhii qaba.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


.
#BREAKING Tireent Aleeksaandar Arnooldi walii galtee haaraa Liivarpuul dhiyeesse lakki jechuun utuu hin fudhanne hafe (Marca)
✔️Moo'amuu kilaba Marsisaayidiif akka sababaatti miidhama keessummeessuu Arnooldi tahuutti Anfiildiin gad lakkisuun Liivarpuuliin miidhuu danda'a.
✔️Ittisa, gidduuf qarqara taphachuu hirmaachuun kubbaawwan raabsuus jifataa too'achuun madaalliin Liivarpuul daqiiqaa 90'f dogongora akka hin uumne iticha.
✔️Haalaa Maadriid Juudee Beeliingihaam waliin Beernaabootti ifee mul'achuu barbaada. Garuu Eedan Haazaardillee dandeettima fiixerra gaheen achi geennan achi buuten dhabame.
✔️Riyaal Maadriid dursa laachuufii malu garuu filannoowwan kumaa kitila qabu. Anfiildi mallaqas walii galtees hanga fedha keetii jedhaniinii dide.
🔁Yaanni keessan maali warri The Beautiful Game? (comment) barreessa

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


💠Taphoota deebii nuusa xummuraa Neeshiin Liigii Awurooppaa.

⏱Boqonnaa
Faransaay 0-0 Kirooshiyaa

Agg (0-2)

Porchugaal 1-0 Deenmaark
⚽️Y. Andeerseen 38' (Og)

Agg (1-1)

Jarmaan 3-0 Xaaliyaan
⚽️J. Kimiikii 30' P
⚽️J. Muzeylaa 36'
⚽️T. Klindenist 45'

Agg (5-1)

Ispeen 1-0 Neezerlad
⚽️Orzyabal 8' P

Agg (3-2)

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@madda_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@madda_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Cheelsiin urjii lammii Biraazil Vinicius Junior Riyaal Maadriid irraa fudhachuu barbaada.

{TBR Football}

Please Reaction

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@madda_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@madda_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨Trent Aleeksaandar-Arnold murtee Riyaal Maadriid'f mallatteessisuuf murteesse amma osoo hin taane yeroo dheeraa dura akka ta'e himama. Gara Riyaal Maadriiditti ce'uuf waadaa seenuun isaa mirkanaa'eera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨 || NEW: Carraan maan yuunaayitiid gannaa kana Raasmus Hojluund gurguruu %50 gadi dha.

[Dean Jones]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Ati jallaataa kubbaa miillaa yoo taate chaanaalii kana dhabuu hin qabduu join gochuun nu hordofaa 🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🇧🇷 Antoonii bara 2025 keessa Riyaal Beetisiif:

🏟️ Tapha 10
⚽ Galchii 4
🎯 Carraa Galchii(Assist) 4

🇪🇸 Iskoon bara 2025 keessa Riyaal Beetisiif:

🏟️ Tapha 15
⚽ Galchii 7
🎯 Carraa Galchii(Assist) 4

Ijoolleen lamaan kun hin danda'amne🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Taphataa sarara fuulduraa cimaa yeroo hundaa?

Raafaa'el Le'aao 🗣 : "Roonaaldoo"

Taphataa ijoollummaa kee eegaltee fakkeenya godhattee guddatte?

Raafaa'el Le'aao 🗣 : "Roonaaldoo"

Taphataa cimaa kubbaa miilaa yeroo hundaa ?

Raafaa'el Le'aao 🗣 : "Roonaaldoo"

ʜᴇ ᴋɴᴏᴡꜱ ᴛʜᴇ ʀᴇᴀʟ ɢᴏᴀᴛ! 🐐❤️‍🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨 || BREAKING: Barseelonaan taphaataa saraara ittisaa mirgaa juules kuundeen dorgomuu danda'uu mallatessisuuf karooraa qaba.

[Fabrizio Romano]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨 || Luwiis Diyaaz gara barseelonaa deemuuf fedhii guddaa qaba.

[Fabrizio Romano]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅Varjiil Vandaayik jijjiirraa bilisaan gara Riyaal Maadriid deemuuf barbaaduus Maadriid akka isa hin barbaannee itti himaniiru.

#Fabriziyoon Maarkaa caqasuun gabaase

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@madda_Ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@madda_Ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕    ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Biruunoo Fernaandees taphataa cimaa Maanchister Yunaayitid baatii Bitootessa tahuun filatamuun isaa ni yaadatama, kanumaan badhaasa isaa har'a fudhateera.💥

ᴍᴀɢɴɪꜰɪᴄᴏ 💫

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Liivarpuul Roodrigoo iddoo Moo Saalaa buusuuf taphaticha hordofaa
jiraachuun gabaafameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Erga Arjentiinaa Leenjisuu eegalee Liyoneel Iskaaloon taphoota 84 keessaa tapha 8 qofa injifatameera.

Waancaa kooppaa Ameerikaa 2 fi Waancaa addunyaa tokko injifachuu dandee'eera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Gareen kubbaa miilaa biyyaalessa Itoophiyaa Ijiiptiin Injifatame

Bitootessa 13/2017

Tapha gulaallii Waancaa addunyaa bara 2026'n Gareen kubbaa miilaa biyyaalessa Itoophiyaa Waaliyaawwan Ijiiptiin goolii 2 - 0'n injifatamaniiru.

Tapha halkan edaa sa'aatii 6:00 irratti Istaadiyemii Morookoo Laarbii Zaawulaatti taphatameen ijiipti injifateetti.

Muhaammad Saalaafi Ahimad Ziizoo galchiiwwan Ijiipti ittiin injifatte lamaan lakkoofsisaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.