๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐ˆ๐’๐๐Ž๐Ž๐‘๐“๐ˆ๐ˆ


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Amharcha
Toifa: Sport


Odeessa haaraawaa
๐Ÿ‘‰ premier league England
๐Ÿ‘‰ Laligaa Ispeen
๐Ÿ‘‰ Bundisliigaa Jarmanii
๐Ÿ‘‰ SeriA Italy
๐Ÿ‘‰ Liigii Faranasaayi 1
Tapha kallattiin๐Ÿ“ท
Oduu jijjiiraa fi kkf
Ispoortii Afaan keenyaan haa dubbisnu
Yaadaaf qeeqa qabdaniif
@Solay13
@Ayyoo_LM10

ะกะฒัะทะฐะฝะฝั‹ะต ะบะฐะฝะฐะปั‹  |  ะŸะพั…ะพะถะธะต ะบะฐะฝะฐะปั‹

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Amharcha
Toifa
Sport
Statistika
Postlar filtri


Chiidoo Obii Maartiin kaleessa Maanchistar Yunaayitid waliin daqiiqaa 52 dirree irratti taphateen 'carraa gurguddaa' 3 uume.

Haa ta'u malee Hoylund bara kana taphoota Piriimiyerliigii 22 irratti yeroo 3 qofa akkas godheera.

SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI


Sadarkaan Top 5 Saudi Pro League kana fakkaata.

Al Ittihaad qabxii 57n liigicha dursaa jira.


SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI


โœ…Yesterday's games

๐Ÿ’ English FA Cup

Newcastle 1-2 Brighton
Manchester United 1-1Fulham
Pen(3-4)

๐Ÿ’ Spanish La Liga

Leeganes 1-0 Our home
Barcelona 4-0 Real Sociedad
Mallorca 1-1 Alaves
Osasuna 3-3 Valencia

๐Ÿ’ Italian Serie A

Monza 0-2 Torino
Bologna 2-1 Cagliari
Genoa 1-1 Empoli
Romans 2-1 Como
AC Milan 1-2 Lazio

๐Ÿ’ German Bundesliga

Union Berlin 0-1 Holstan Kiel
Augsburg 0-0 Freiburg

๐Ÿ’ French League

Lyon 2-1 Brest
Angers 0-4 Toulouse
Montpellier 0-4 Reims
Marseille 2-0 Nantes



SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI




Chidoo Obiin tapha FA kaappii edaa qofa irratti carraa goolii 3 uumuu danda'eera,gama birootiin immoo Raasmuus Hรธjlaand taphoota Piriimeer Liigii 22 irratti carraa goolii 3 qofa uumeera .

Chidoo๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘


๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžก๏ธย  @ODUU_ISPORTI
๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžก๏ธย  @ODUU_ISPORTI

โ™ก ใ…ค ย โŽ™ใ…คย ย โŒฒย ย ย ย ย ย ย  โœ‰๏ธย ย ย 
ย ย  หกแถฆแตแต‰ย ย ย  หขแตƒแต›แต‰ย ย ย  หขสฐแตƒสณแต‰ย ย  แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—


๐Ÿ“ŒNeymar erga gara kilaba ijooluummaa deebi'e dandeettii isaas waan deebi'ee argate fakkaata...

๐Ÿ“ŒWaggaa booda gara garee biyyaaleessa deebi'e

๐Ÿ“ŒTapha 4 walitti aansee taphataa cimaa taphaa ta'uun filatamee jira..โคโค
๐Ÿšจ๐Ÿ… Neymar gets his 4TH MAN OF THE MATCH Award in 6 starts with Santos. โœจ๐Ÿ˜ฎโ€๐Ÿ’จ

๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžก๏ธย  @ODUU_ISPORTI
๐’๐‡๐€๐‘๐„ โžก๏ธย  @ODUU_ISPORTI

โ™ก ใ…ค ย โŽ™ใ…คย ย โŒฒย ย ย ย ย ย ย  โœ‰๏ธย ย ย 
ย ย  หกแถฆแตแต‰ย ย ย  หขแตƒแต›แต‰ย ย ย  หขสฐแตƒสณแต‰ย ย  แถœแต’แตแตแต‰โฟแต—


Ramaddii FA kaappii nuusaa xumuraa baheera

Maan siitiin Dirreen alaa Baarnimaawuuz waliin kan taphatu ta'a

fulhaam dirree isaa irraatti palace wajjin kan morkatu ta'a



SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI


โœ…Kilaboota marsaa itti aanutti darban

1. Pristeen
2. Astonviilaa
3. Kiristaal Paalas
4. Fulhaam
5. Biraayteen
6. Bornmaawuz
7. Manchister Siitii
8. Nottingham ykn Ipswich


SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI


Barselonan Riyal sosidad goolii 4:0n injifachuun dursummaa isaatti debi'eraa


SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI


Taphaa FA cup marsaa 5ffaa !

ย ย ย ย ย ย ย ย โฐย Xumuraameraaaaaaaaaaaaaa

Niwkaastil United 1-2 birayteen
โšฝ Isak 22' (P)ย ย ย ย ย ย ย  โšฝ mintehe 44'
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  โšฝ welbek 114
๐ŸŸ๏ธ


Baga yaadannoo Adawaa marsaa 129' ffaa geessan, geenye.

@oduu_isporti
@oduu_isporti


๐Ÿšจ Jurgen klopp Dokmentarii isaanii dhiheenya Amazon irratti gadi dhiifame keessatti akkas jedhan;-

๐Ÿ—ฃ;Leenjisaa Mainz gaafa taatu deeggartoonni Mainz hundi si beeku jechuudha.

๐Ÿ‘ŒLeenjisaa Dortmund gaafa taatu deeggartoonni kubbaa miilaa Germany keessa jiran hundi si beeku jechuudha.

๐Ÿ”ดLeenjisaa Liivarpuul gaafa taatu namni kubbaa miilaa jaalatu Addunyaa irra jiru hundi si beeka jechuudha."


SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI


Man City waan Liverpool FC hin dandeenye hojjatu ๐Ÿ˜…

SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI


Riyaal Beetis waggoota 5 booda yeroo jalqabaaf Riyaal Maadriid injifate.

Leenjisaan Riyaal Beetis Pelegiriininis yeroo jalqabaaf Riyaal Maadriid injifateera.

SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI


Bagaa Guyyaa Injifannoo Adwaa 129ffaan isin gahe!๐Ÿ–๏ธ

SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI


Liivarpuul jijjiirraa ganna kana irratti Luwiis Diyaaz naannoo Yuuroo miiliyoona 70n gadhiisuu danda'a, Atleetikoo Maadriid taphataa ganna 28 kana mallatteessisuuf yaalaa jira.

- Fichajes

SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI


Optaan gareewwan shaampiyoonsi liigii bara dhufuuf ni darbu jedhee yaadu 100n sadarkaa olaanaa irra kaa'eera.

SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI


Yesterday's games

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡นEthiopian Premier League

Ethiopia Medn 0-1 New Ethiopia
Arba Minch City 1-0 Fasil Kenema

FA Cup English. FA Cup English

Crystal Palace 3-1 Millwall
Preston 3-0 Burnley
Bournemouth 1-1 Wolves
Penalties (5-4)
Manchester City 3-1 Plymouth

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ The Spanish League

Girona 2-2 Celta Vigo
Valcano Lightning 1-1 Seville
Real Betis 2-1 Real Madrid
Atletico Madrid 1-0 Athletic Bilbao

๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡น Italian Serie A

Atalanta 0-0 Venezuela
Napoli 1-1 Inter
Udinise 1-0 Parma

๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ช German Bundesliga

Bochum 0-1 Hoffenheim
Heidenaem 0-3 Monchengladbah
RB Leipzig 1-2 Mainz
St. Louis Pauli 0-2 Dortmund
Werder Bremen 1-2 Wolfsburg
Frankfurt 1-4 Bayer Leverkusen

๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท French League A

St Stephen 1-3 Nice
Lens 3-4 With Haver
PSG 4-1 Little


SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI


Antony definitely cooked. ๐Ÿ‘จ๐Ÿผโ€๐Ÿณ๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ท

@oduu_isporti
@oduu_isporti


โœ…Tapha FA Kaapii Inglaand amma taphatamaa jiru.

โฑXumurame
Maanchister Siitii 3-1 Playmawuz
โšฝ๏ธN. Orayley 45+' 76' โšฝ๏ธMaaksy 38'

โšฝ๏ธK. Debruynee 90+


SHARE @ODUU_ISPORTI
SHARE @ODUU_ISPORTI

20 ta oxirgi post koโ€˜rsatilgan.