𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅FT🎖


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Somalicha


OUR SALARY IS YOUR LAUGHTER!❤
MIINDAAN KEENYA KOLFA KEESSANI❤
NUESTRO SALARIO ES TU RISA!❤
ʙ4 ᴜ ʟᴇᴀᴠᴇ ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴛᴇʟʟ ᴜs ᴛʜᴇ ᴘʀᴏʙʟᴇᴍ😔
CEO:- @martin_odeegard

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Somalicha
Statistika
Postlar filtri


Chanell kana gadiitti makamuun namoonni fedha qabdan affeerraa keenyaa irrattii koottaa hirmaadha.

Chanell link
👇👇👇👇👇

https://t.me/+_1b7uL7o41w0NWJk

Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo


Our Prediction 👉Barcelona will win

With odds: 1.761

👉1xBet Registration Code “QWE” 

Full Offer 👉 http://bit.ly/47ECIX2

+18 Begambleaware.org


Durbaa gaafatte kaatee si diddi taanan humnaan qabii Itti kaahii😁

Qubeelaa jedhee an🧐

Share➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo

1.8k 0 10 13 73

"Bareedaa koo ani sirraa jaalala malee maallaqa hin barbaadu"

Yeroo dhumaaf jecha kana kan dubbatte bara 1950 addunyaa kanarra boqotte.

React if it is fact
Share➬ @qoosaa_oromoo
Share
@qoosaa_oromoo


Yaa waaqa mee hin tuffadhuu Qarshima Miliona 50 wahii naaf kenni itti barbaadee😁

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Yaa waaq booda gaafa fuunuuf durba halkan kurruuftu nurraa qabii😁

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Please shammaran Na janajanadha kana irratti dawalati
👇👇

1000322443416"

Galatoomaa😂🙏




Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo


‼️ Stop Wasting Money on Predictions
We are an analytical team powered by artificial intelligence, giving you winning bets:
High-accuracy predictions based on real-time data
Completely free – no VIP fees or subscriptions
Join a trusted community of winners

💵 Yesterday’s results: 4 out of 5 bets won with odds 2.5+!

🔥 Don’t miss out – start winning today! Join us now and bet smarter with AI-backed insights https://t.me/Royallbets


Dafatii start godhaa bahaamee wanta kana

https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=1456450213
Yo!


“Harmeen Intala ishee reebde waan machoofteef!” 😳

Kan machaa'e eenyuudha?😁

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo


Nan Yaadadha Intala furdoo
Tokkorra Jaalalii Utuu Nan
Qabin dura Nagaan Ture🥺💔




Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo


Mucaa doctor jaallattee gaafa walaloo barreessitu.....



Abbaan kee gara jabeessa lilmoon waraana hudduu..


Maal yoo garaa naaf laafte kan jaalalaan na gubduu×2.

Share@qoosaa_oromoo
Share
@qoosaa_oromoo


Mana obbooleettike hangafaa deemte yeroo mucaan isaani taphaaf jedhee udaansa maankadhan Afaan si ka'uf jedhu ofirraa ariite, maatin mucittii harkaa fuudhi nyaadhu male hin bo'a yeroo sin jedhan 😭😭😂

3.1k 0 14 9 138

AS GORI DAHOO KANATTI
CAAMMAAN SII BITAA
SHAFOO KANATTI

JEDHA 1 galgalaan😁

Shar
e➬ @qoosaa_oromoo
Shar
e➬ @qoosaa_oromoo


Abbaan manaa sareesa osoo fudhatee deemuuf kahuu....

Haadha manaa: Harree fudhattee Eessa deemta?

Abbaa manaa: kolfaa saree jechuu keetii?

Haadha manaa: Calli jedhi si miti sareettan dubbachaa jiraa. ☠

Share@qoosaa_oromoo
Share
@qoosaa_oromoo


Chanell kana irraa waan hedduu barattuu waan taataniif baasii tokko malee bilisaan nutti makamaa.😁

Turraan kaffaltii qabaa🤠

Chanell link
👇👇👇👇👇👇👇

https://t.me/+_1b7uL7o41w0NWJk

Share➬ @qoosaa_oromoo
Share➬ @qoosaa_oromoo


Ijoolleenkoo gara fuulduraa messii akka isaan jaallatan an hin dirqamsiisuuni kara mataa isaanii jaallatu ykn mana koo gadhiisanii bahu!!!

Share@qoosaa_oromoo
Share
@qoosaa_oromoo




1 Gaafa utaalloon si qabu Waan ho'aa nyaatta. Innimmoo garaacha si dhukkubsa.

2 Garaachakee fayyisuuf immoo Waan qabbanaayaa nyaatta innimmoo Taayifooyidii si qabsiisa . 😭

3 Taayifooyidiirraa fayyuuf Waan gubaa nyaatta innimmoo Ammas garaacha si dhukkubsa. 😭

4 Amma immoo nyaatuma lagatta
Hin huuqqatta lafarraa badda.☠️

5 milishaan karaarratti sitti dhufa .eessa haadhakeetti huuqqatte caakkaa turtee jedhee SI tuma si caccabsa

6 Alanammoo qaamakee hundasaa sidhukkuba.😭

7 Fayitee si'ii bakkee keessa deemuu !
Qabamtee mana hidhaa seenta!!

8 Achi keessattis nyaata qabbanaaye nyaattee,!! Taayifooyidii keetti ,deebita😭

9 Akka Kanatti dhukkuba wajjiin degree 360 ofirra naannofta Kun Biyya ixoophiyaa jedhamtu keessatti

S
hare➬ @qoosaa_oromoo
S
hare➬ @qoosaa_oromoo

3.5k 0 22 10 148

MUCAYYOO_JARJARTUU
Ganama osoon gara hojii deemaa jiruu naannoo Balaan konkolaataa itti dhaqqabetti  gore.  Uummanni  Baay'ee itti marsee dhaabbachaa  jira, osoo dhaabbannee ilaallu Mucayyoo  tokko  gara duubaatii akkas jechaa fiigaa dhufte waansa ilaaluuf jecha Kan Rukutame Fira kootii na Dabarsaa na dabarsaa jettee yeroo kana namoonni dhaabachaa jiran akka isheen fuula-duratti baatee ilaaltuuf carraa laataniifi fuuladuratti baasan.

.
Wanti Baay'ee Nama  Ajaa'ibu garuu ❗️ Rukutamee  kan ciisaa jiru Harreedha.😁😁

Sha
re➬ @qoosaa_oromoo
Sha
re➬ @qoosaa_oromoo

3k 0 10 3 91
20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.