TapSwap TON irratti List ta'a
Tapswap yeroo ammaa kanatti telegram irratti hordoftoota 26M kan qabuu fi telegram irratti tapha Tap-2-Earn isa guddaadha.
Feburary 15/2024 Launch kan ta'e yoo ta'u guddina guddaas kan agarsiisedha. Yeroo ammaa kanatti Bootin Tapswap fayyadamtoota 50M addunyaa irraa kan qabuu fi namoota 1M ta'an fayyadamtoota si'oo ta'anidha.
Kanaan dura Tapswap TON irratti List gochuuf akka jiran beeksisanii turan, harra immoo TON gama isaatiin Tapswap TON Blockchain irratti List ta'uuf akka jiru Mirkanessaniiru.
Namootni Tapswap taphachaa turtan baga gammaddan dadhabbii fi turtii yeroo dheeran booda adeemsi Tapswap list gochuu dhugoomuuf jira
Guyyaa biru karaa twitterin TON fi Tapswap kan mari'atan yoo ta'u hordofnee odefannoo jiru sin biraan kan geenyu ta'a. Hagasitti like gochuu fi chayinaali keenya join gochuu akkasumas hiriyoota tapswap taphachaa turan invite gochuudhaan nu eegaa.
Make these channel notifications ON
Michuu MediaMadda odeefannoo dhugaa sinitti dhi'oo!