๐’๐€๐†๐€๐‹๐„๐„ ๐…๐€๐€๐‘๐…๐€๐๐๐€๐€ ๐ŸŽท๐ŸŽป๐Ÿ”Š


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha
Toifa: Musiqa


Chaanaaliin kun
๐Ÿ‘‰ Sagalee Waaqayyoo
๐Ÿ‘‰ Faarfannaa haaraa, Guyyaa Guyyaan Kan isin biraan ga'udha.
Contact: @Haniko_mom

ะกะฒัะทะฐะฝะฝั‹ะต ะบะฐะฝะฐะปั‹

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Toifa
Musiqa
Statistika
Postlar filtri


โ€œYaada namaa keessa akeeka baay'eetu jira, garuu wanta Waaqayyo yaadee qopheessetu jabaatee dhaabata.โ€
โ€” Fak. 19:21


Kan kaleessaa hin gaabbinaa,
Kan borii hin dhiphatinaa,
Har'a bultanii barii arguu keessaniif waaqayyoon galateeffadhaaa๐Ÿ™


Akkam jirtu maatii Chaanaalii Sagalee Faarfannaa๐ŸŽท๐ŸŽง...?

Torban kun maqaa gooftaatiin torban milkii isiniif ha ta'u!๐Ÿ™


โ€œBaay'inni cubbuu akka deebi'ee hin argamne kan godhu jaalala waan ta'eef, hundumaa dura immoo jaalala ho'aa waliif qabaadhaa!โ€
ย  โ€” 1Phe. 48โƒฃ


Abera Gudeta | Eessa Jiru ? | 2025/2017
ย 
Join๐Ÿ‘‰https://t.me/farfannaaAfaanOromoo


โ€œWaaqayyo ofuma isaatii si dura in adeema, sii wajjinis in ta'a, inni si hin dhiisu, si hin irraanfatus; hin sodaatin, hin na'inis!" jedheen.โ€
โ€” Kes. 31:8

โžคKaraa kee waaqayyotti kennitee deemsa jalqabuun, waaqayyo akka si dursuuf heyyamamaa ta'uudha. Fuual dura kee kan jiru, kan si geggeessu waaqayyo yoo ta'e jireenya kee keessatti waan keessa dabartu hundumaaf sodaachuuf, yaadda'uu hin qabdu. Sababiinsaa waaqayyo inni ati amanatte sin dhiisu. Waaqayyos fuula kee dura kan deemu, cina kee kan dhaabatu, si dursuuf, si gargaaruuf yeroo hundumaa si faana jira. Dabalees akka sin dhiisne sagalee isaa kanaan dubbateera. Kanaaf amantiidhaaf garaa guutuudhaan karaa kee isatti kennadhu.


Sagaleen dhaabbata amantaa asii fi achii iyyu hunduu walitti qabamee, YESUUS Isa sagalee guddaadhaan, "Elii, Elii lamaa sabaktanii?" jedhee iyye caalaa nun fayyisu! Waaqayyo Abbaan al-takkaa Sagalee mararaa Ilma Isaa unuuf dhaga'eera! Galanni Yesuusiif haata'u๐Ÿ™


Addunyaan foonii gatii hin qabu, yoo addunyaa Hafuuraa ta'e malee!


Maqaan Fayyinaa ilmaan Namootaaf kenname

Yesuus โœ๏ธ๐Ÿฅฐ


Kiristaanonni hunduu mee "Ani kan Kiristoosi" jedhaa barreessaaโค


Yesuusitti amanuun, murtoo nama seexana ganee Waaqayyoon amaneeti!


Yesuus Gooftaa fayinaati โœ๏ธ๐Ÿฅฐ


Video oldindan koโ€˜rish uchun mavjud emas
Telegram'da koโ€˜rish
:แ‹˜แ‹ณแŒแˆ33:26
แ‹ญแˆนแˆฉแŠ• แˆ†แ‹ญแฅ แ‰ แˆฐแˆ›แ‹ซแ‰ต แˆ‹แ‹ญ แˆˆแˆจแ‹ตแŠคแ‰ตแˆ…แฅ แ‰ แ‹ฐแˆ˜แŠ“แ‰ตแˆ แˆ‹แ‹ญ แ‰ แ‰ณแˆ‹แ‰…แŠแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแˆ„แ‹ตแก แŠฅแŠ•แ‹ฐ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‹ซแˆˆ แˆ›แŠ•แˆ แ‹จแˆˆแˆแข
27: แˆ˜แŠ–แˆชแ‹ซแˆ… แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆ แŠ แˆแˆ‹แŠญ แŠแ‹แฅ แ‹จแ‹˜แˆ‹แˆˆแˆแˆ แŠญแŠ•แ‹ถแ‰ฝ แŠจแŠ แŠ•แ‰ฐ แ‰ แ‰ณแ‰ฝ แŠ“แ‰ธแ‹แค แŒ แˆ‹แ‰ตแˆ…แŠ• แŠจแŠแ‰ตแˆ… แŠ แ‹แŒฅแ‰ถแฆ แŠ แŒฅแ‹แ‹แก แ‹ญแˆ‹แˆแข
29: แŠฅแˆตแˆซแŠคแˆ แˆ†แ‹ญแฅ แˆแˆตแŒ‰แŠ• แŠแˆ…แค แ‰ แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‹จแ‹ณแŠ


Jajjabinaan na marsi hafuura koo guutuu godhi ๐Ÿ™
Dukkana karaa koo duumessa godhu irraa na eegi๐Ÿ™
Guyyaa haaraa hundaaf humna naaf kenni๐Ÿ™ Yesuus
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Kan kadhatu hundinuu in fudhata, kan barbaadus in argata, balbala kan rukutuufis in banama.
Maatewos 7:8


Hafuurri Qulqulluun, Waaqayyo tokkicha Isa warri Yesuusitti hin amanne hin beeknedha!


๐ŸŽผ Ayyaanni kee gooftaa birmaduu nu baaseera ๐Ÿ’ฏ

FOCUS Jimma; Bosa Kitto branch worship team ๐Ÿ™....Hilaasmos


Beekumsi biyyi lafaa kun kennu in olaanaan of ta'iidha. Beekumsi Waaqayyoo inni dhugaan garuu of ganiidha!


๐Ÿ๐š๐š๐ซ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐š ๐ก๐š๐š๐ซ๐š๐š ๐ง๐ฎ๐ฎ ๐ช๐š๐›๐š๐ญ๐ž๐ž ๐๐ก๐ฎ๐Ÿ๐ž ๐ฃ๐ข๐ซ๐š ๐๐š๐ฐ๐ข๐ญ ๐ ๐ข๐ซ๐ฆ๐š ๐ข๐ญ๐ญ๐ข๐ง ๐ž๐›๐›๐ข๐Ÿ๐š๐ฆ๐š


Wanta foonii buufachuu caalaa, wanta Hafuuraa buufachuun hunda caalaโœ



โ€œNamni biyya lafaa guutummaatti buufatee, lubbuu isaa garuu yoo dhabe, bu'aan isaa maali ree?โ€ (Mar. 8:36)


Wanta guyyaan fidu hin beektu,
kanaafis wanta bor ta'uun
of hin jajin!
๐‘ญ๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’†๐’†๐’๐’š๐’‚ 27:1

20 ta oxirgi post koโ€˜rsatilgan.