✅👇haati manaa Ogeettin kun Eessaa argamti?
Inni gaaffi kanaan rakkachaa jirtu mee anis gaaffi tokkon si gaafadha. Ati hoo ofii kee nama akkamiiti? Ati ogeessa? Ati nama of eeggatedha? Ati nama jireenya isaaf bakka guddaa kennudhaa? Waaqayyo nama gaari akka siif kennuf atis nama gaari ta'i.
Waaqayyo nama gaari fi ogeetti naaf kennuu qaba jettee akkuma ati eeggattu fi kadhattu, namni gaarii fi ogeettin sunis nama gaarii fi ogeessa naaf kenni jettee kadhatteetti. Waaqayyo kan ishees ni dhaga'a. Kanaafu nama kadhannaa dhaan argatamu ta'i.
Eessa argamtii ? Itti fufa....
❤️❤️☘☘🍀☘🍀🟣💋💋🟣🟣🟣💋❤️🌹☘☘🌹☘💋🍀🍀🟣🍀🍀🟣🟣🟣😘💋😘🟣🟣☘❤️💋💋🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
https://t.me/haadha_mana_ogeetti