Ani utuu gara gaa'elaatti dhufnee baayyeen jaalladha. Garuu kaadhimaankoo ajandaa kana akkan kaasu hin barbaadu. Inni yeroo hundumaa jaalalaan akka turru barbaada malee murteesse gaa'elaaf of kennaa miti. Yeroo dura wal barre garuu isatu na muddaa ture,amma garuu anatuu dabaree koo isa eega jira. Yaada kana irratti gorsa argachuun barbaada!
❤️🍀🍀🍀
Yaada obboleetti kanaaf deggersa yaada xiqqoo ni laanna....link kana waliif qoodutin namoonni baayyeen akka seenani hirmaatan taasisaa.
https://t.me/haadha_mana_ogeetti
❤️🍀🍀🍀
Yaada obboleetti kanaaf deggersa yaada xiqqoo ni laanna....link kana waliif qoodutin namoonni baayyeen akka seenani hirmaatan taasisaa.
https://t.me/haadha_mana_ogeetti