Dare Tube


Kanal geosi va tili: Efiopiya, Inglizcha


Nama Biyya Oromo⚖️NBO
🥇Stay Ahead in Technology!
🥈 Get the latest tech news and updates
🥉 Discover insights and trends in crypto and website pro

🏅Join us as we explore the future of tech

CEO: @daretubeNBO

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Efiopiya, Inglizcha
Statistika
Postlar filtri


➡️National ID
➡️Hanga ammaati warri hin baafannee, dhaqaa baafadhaa, keessattuu Exit warrii fudhatan kana malee hin ta'u, jedhamaa jira.
➡️Hundumaa keessan fayyada waan ta'eef dhaqaa baafadhaa.
➡️Ethio Telecom naannoo keessan jiru biraa baafattu.

#MoE

" በሰኔ 2017 ዓ.ም የሚሰጠውን የመውጫ ፈተና የሚወስዱ ዕጩ ተመራቂዎች የፋይዳ መታወቂያ ሊያወጡ ይገባል " - ትምህርት ሚኒስቴር

የካቲት 21/2017 ዓ.ም በትምህርት ሚኒስትሩ ብርሃኑ ነጋ (ፕ/ር) ተፈርሞ ለሁሉም የመንግሥት ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት የተላከ ሰርኩላር፤ ብሔራዊ ዲጂታል መታወቂያ (ፋይዳ) የከፍተኛ ትምህርት ተቋማት የተማሪ እና የሠራተኞችን መረጃ በተደራጀ መልኩ ለመያዝ ጠቀሜታ እንዳለው ይገልጻል።

የሀገር አቀፍ ፈተናዎችን ደህንነት ለማስጠበቅ አስፈላጊ መሆኑንም ያትታል።

በዚህም በሰኔ 2017 ዓ.ም የሚሰጠውን የመውጫ ፈተና የሚወስዱ ዕጩ ተመራቂዎች ፈተናውን ለመውሰድ የፋይዳ መታወቂያ ሊያወጡ እንደሚገባ / እንደ ቅደመ ሁኔታ መቀመጡን አሳስቧል።


🙏Message Akkasii hin Tuqinaa ykn Accept hin godhinaa, qarshii keessan dhabdu...

📹Erga Addaa Hrum Badhaasa fideera . amma seenaatii iddoo hrum family jedhu. keessa comment Microscope! jedhaati guutaa abba carraa ta'aa.


🔖 🔠🔤🔠🔠 🔠🔠🔤🔠


Guyyaa 🔠🔡🔡 3️⃣🔣4️⃣


COMBO DAILY| Activities of the day.


🍩 DONAT COMBO:

15 - 6 - 2 - 11


👉Jalqabuuf :> Start


⭐️ Major COMBO :


5: 2: 13: 4


👉Jalqabuuf:> Start

🥠 Hrum Quote of the day

👉Jalqabuuf :> Start

Answer: George Addair

Don't forget to Check everyday updated info.


💁🏼‍♂️•When you replace negative thoughts with positive ones, you will start to see positive results.°




💁‍♂️Paws Ji'a March keessa akka jedhameera. sababni isaan dafani list hin goonef marketiin amma jiruu, dabalaa jira, kanaan dura isiniif bareessera. ji'a sana keessa dhuma jechuun 25[ Tuesday] akka kan isaanittii.

https://paws.community/app?tab=claim
https://paws.community/app?tab=claim


Paws Ergaa haaraa Dabarse

➡️Erga list Ta'ee, Namoonnii stake godhataniif Badhaasni akka jiru, beeksisaniiru.

➡️Guyyaan list investaroonnii gaafa 02/07/2017 jechaa jiru, Isinoo maal jettu waan ta'u isinittii fakkaata.

➡️Wanti Kun dogs faana walfakkaata. Dogs Dollar baayyee kennee ture, Kanaarras abdii qabna.

➡️Paws fayyadamuuf link kanaan fayyadamaa.

➡️https://paws.community/app?tab=claim


Today combo Bums 24/06/2017 EC

Seenaa fudhadhaa.

Do you need  video ? About this project ?

➡️Ton 3 ol invest godheera.
➡️Yoo video barbaaddan na beeksiisa akkaata isaa hunda gad dhiisa.

➡️Dabalaatn yeroo dhiyoota list akka ta'uuf hint ka'eera. Bums


Just go
👇

https://t.me/bums/app?startapp=ref_ZeEKkh18


Hey


buddy! Check out BUMS!

Join now and level up from a bum to the king of the streets!


🏴‍☠️Nothing is Permanent in this world, not even your Problem.


🔖 🔠🔤🔠🔠 🔠🔠🔤🔠

COMBO DAILY| Activities of the day.


🍩 DONAT COMBO - 5 - 20 - 8 - 4

👉Jalqabuuf :> Start

⭐️ Major COMBO : 14:6:13:4

👉Jalqabuuf:> Start

🥠 Hrum Quote of the day

👉Jalqabuuf :> Start

Answer: Jim Rohn

Don't forget to Check everyday updated info.


👌Crypto Trader.

➡️Baga gammanne, king of cryptoon keenya guddachaa jira.
➡️Akkuma beekamuu, dubbiin abboottii qabeenya addunyaa crypto irrattii dhibbaa guddaa uuma.
➡️Trump ETH fi BTC nan jaladha, jedhee waayyee isaa baayisee dubbatee ture. Amma kana ilaallaa 92k darbee, Kalleessa 87k keessa ture.


➡️Karaa biraa Paws Project warra hojjaa jirtaniifis kun dhibbaa Gaarii umaa, Sirna gatii amma jiruu, kun isa list ta'uufis bu'aa guddaa uuma.

➡️Kanaaf Qarmoonnii baayyaachaa waan jiruuf, Hanga isiniif danda'amee Oggummaan fayyadama deemaa, hubachaas deemaa.
➡️Oggummaa isin harka jiru, Technology itti dabalaatii gara qarshiitti jijjiraa. ✌️
➡️Tarii waayyee crypto hangana Hubanna hin qabdan yoo ta'e.
➡️Hunduma isin hubachiisa. Just Channallii kanarra turaa, gubbaatis waan baayyee gad dhiiseera.
➡️Guyyaati Oddeeffannoo baayyee waan gad dhifaamuuf isin jala hin darbina.
➡️waanta isin rakkise kamuu Groupii irra gaafachuu ni dandeessu, Group kan keessanii just free dha. Itti fayyadama. Itti gaafatamummaan kan keessanii, channelliin kun garuu anadha.✌️


ICCITTII KANA BARAA ✌️


https://youtu.be/xh1bNalOTPU
https://youtu.be/xh1bNalOTPU


➡️Why ?


Today Major Combo

Code: 14:6:13:4


Warra hin jalqabneef, kana tuqaa.
👇

https://t.me/major/start?startapp=693199560-1006503122-


Hrum guyyaa har'a kana galfaadha.

Mar 1

➡️ Confucius

Link kanaan jalqaba.

http://t.me/hrummebot/game?startapp=ref693199560

Hub:
1. Tonkeeper, Tonhub, Tonspace or Mytonwallet fi ffk Under Ton ecosystem jala kan jiran appii buufadhaa.
2. Connect godhadhaa.
3. Maqaa keessan durattii hrum icon paste godhadhaa.
4. Daily miss hin godhinaa.
5. Gatii bareedda akka kenuu abdii qaba.
6. Accountii baayyeen hojjadhaa.
7. Till now no invest projectiidha.


⭐️ Major COMBO

This is a new combo.

2:13:8:11

Major Season 2 jalqaba.

  Major Combo of feb 28


➡️Akkuma beekamu, hundeessan Telegramii Token major hin gurgurruu waggoota 10 jedheera. Kanaaf token carraan ol ka'uu isaa baayyee bal'aadha. Kutaa 2 ffaa isaa jalqabaa.

➡️Yoo isiniif danda'ame, waggoota 10 niif major 100 bitadhaati ol ka'aa. Yaada dhuunfaattii yoo dandeessan isaa ol illee bitaachuu ni dandeessu.

Major jalqabuuf link kana tuqaa, baayyee salphaa,

Hubachisa.
➡️Tokenin kun list ta'eera.
➡️Gatiin isaa baayyee guddadhaa.
➡️hundeessan Roxman hirriyaa Hundessaa Telegramiitti Du Rove jechuudha.
➡️Kanaaf kun yoomiyyuu shakkii hin qabu.
➡️Accountii baayyeen yoo taphaatan akka kanaan duraa ta'uu dandeessu. Tokkumaan Invest gochuu wayya. Yaada kooti.

Jalqabuu
👇👇

https://t.me/major/start?startapp=693199560-1006503122-


Video About Major

https://linktw.in/GhxwcQ


Blocked, unblocked, blocked again, unblocked, changes of names to real name. These are the signs of dating your soulmate.

For more info
👇

https://t.me/+LL0BMRxsVlI0NzFk
https://t.me/+LL0BMRxsVlI0NzFk


CLAIM COMPLETED

The
$ZOO token claim has officially ended.

It was a fast and incredible journey!

Thank you for your support and trust — our community is our greatest strength.

Exciting things are ahead, the show must go on!

Stay tuned!

🚩🚩🚩

➡️Jecha kun maal jechuu isaaniiti.😉 isan jala mure ilaalaa.


Akkaata Fudhannaa Star Isin rakkiseef kana fayyadama.

➡️Jalqaba link sana tuqaa.

👇👇👇👇👇
https://t.me/Farmstarstg_bot?start=693199560


➡️Suura irra isa jiru hordofaa.
➡️Hanga hojjatan isiniif kenna.


🐾 PAWS Listing Update! 🐾

The PAWS developers have dropped a hint on Twitter with a picture showing the month and day of the week. Maybe the date is for the $PAWS listing. The alarm clock points to a Tuesday in March, but the exact date remains a mystery. Possible dates are: March 4, 11, 18, or 25.

Paws Listing on Bybit Confirmed
.

What do you think—which date will $PAWS finally list? comment down



⚡️🤝🤝🤝🤝⚡️

💰BYBIT  🛒Binance 🤩Bitget  🌐KuCoin 📱 Dare Tube 📱 Twitter 📱 Facebook ✈️Telegram
 
📱Tiktok



                  
✔️ Dare Tube Official TG


💁🏼‍♂️Hordoftoota amantaa islaamaa hundaaf soomanni ramadaanaa kan gaarii Akka isiniif ta'u hawwina.. 🕋

🅡︎🅐︎🅜︎🅐︎🅓︎🅐︎🅝︎ 🅚︎🅐︎🅡︎🅔︎🅔︎🅜︎ 🌙

@daretube_DT
@daretube_DT

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.