Sona♡︎✞︎︎
SEENAA TUBE dan repost
Luqas 29:42
42 “Har'uma illee, ati nagaadhaaf kan siif ta'u utuu beektee, attam gaarii ture; amma garuu wanti kun ija kee duraa dhokatee jira.
43 Guyyoonni itti diinonni kee dallaa sitti ijaaran, si marsan, karaa hundumaanis si cunqursan, sitti dhufuuf jiru.
44 Bara Waaqayyo itti si fayyisuu dhufe waan hin beekneef, si, ijoollee kee warra masaraa kee keessa jiranis lafatti isin in dabalu, dhagaa wal irra kaa'ame hundumaas wal irratti siif hin dhiisan” jedhe.
@Seenaa_Tube