OF-IJAARUU dan repost
Bau. 4
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁰ Museen garuu Waaqayyoon, "Yaa gooftaa ko, ani duris nama arraba qajeeluu miti, erga ati ana garbicha keetti dubbattee jalqabes ani nama akkasii hin taane; ani afaan koo hidhamaa dha, arrabni koos anatti in ulfaata" jedhe.
¹¹ Yommus Waaqayyo immoo, "Afaan namaa eenyutu uume? Eenyutu didaa yookiis duudaa, kan argu yookiis jaamaa isa godha? Ana Waaqayyo mitii ree?
¹² Kanaaf amma ati dhaqi, ani immoo akka ati dubbattuuf sin gargaara! Waan ati dubbattus sin barsiisa!" jedheen.