Jifara Chemeda(Business Owner) dan repost
Mata duree "Ce'umsa Magariisaa Itti Fufiinsa Qabuu fi Uummata Giddugaleessa Godhate" jedhuun Veetnaam keessatti gaggeeffamaa jiru P4G Veetnaam Yaa'iin bara 2025 Ministira Muummee Abiy Ahimad (PhD)n banamaniiru.
Walgahiin kun kasaaraa heddummina lubbu qabeeyyii fi manca’iinsa lafaa qolachuun uumama eeguuf tarkaanfii hatattamaa akka fudhatamu, akkasumas hojiiwwan mootummaa kanneen akka miila magariisaa maallaqaan akka deeggaraman gaafateera.
Heddummina lubbu qabeeyyii hawaasa naannoo qofaaf faayidaa haqa qabeessa waan argamsiisuuf guddifamuu akka qabu cimsamee ibsameera.
Jilli Mana Maree Daldalaa fi Indaastirii Itiyoophiyaa akkasumas, #Board dhaabbataa #BreakthroughTrading s.c illee konfiraansii barbaachisaa kana irratti hirmaachaa jira.
Sababa kanaan manni maree keenya ce’umsa magariisaa itti fufiinsa qabuu fi milkaa’aa ta’ee fi faayidaa ummataaf ta’u akka raawwatamuuf waadaa akka qabu ibsa; Dameen dhuunfaas gahee eegamu akka bahatu gaafatee jira.
Sagantaa kana irratti Muummichi Ministeera Dr. #Abiy_Ahimad fi Dr #Kenenisa_Lemi argamunsanimmoo Sagantichaa addaa godha.
Dhaabbatni #BreakthroughTrading s.c illee kanuma gidduu galeessa godhachuun erga baga gammaddani dabarseeraa.