Balaa Xiyyaaraa Kooriyaa Kibbaatti mudateen Lakkoofsi namoota du'anii 120 qaqqabe
Balaa Xiyyaaraa Kooriyaa Kibbaatti mudateen Lakkoofsi namoota du'anii 120 qaqqabuu Ejansiin Ittisa Balaa Tasaa fi Ibiddaa biyyattii beeksise.
Xiyyaarri Taayilaand Baankuukii imaltoota 175 fi hojjettoota 6 fe'ee Kooriyaa Kibbaa Buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Mu'aanitti waayita qubachuuf yaalu kufuun caccabuu hordofee lakkoofsi namoota du'anii 120 qaqqabuu APn gabaasera.
Hojjettoonni 2 lubbuun argamuu fi hojiin lubbuu baraaruu hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Lakkoofsi namoota miidhamanii ammas dabaluu akka danda'u eerameera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡