π« Maallaqa Akka hin Qusanne Maaltu si Dhorka?
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β Amala kana Fooyyessuuf Maal Gochuu Qabda?
β Amala Maallaqa Hunda Baasuu.
Galma yookiin karoora qajeelaa dhabuudhaan kaappitaala wanta hin malleef oolchuu. Akkaataa faayinaansii kanaan warra mindaa xiqqaaf yookiin guddaaf wanti hafuuf hin jiru.
β Kaayyoo Dhabuu.
Galma qulqulluu dhabuun, wantoota yeroof, bashannanaaf, baasii boqonnaaf, suphaa manaa fi kan kana fakkaatan karoora malee baasii taasifamu eeruun ni danda'ama atis kan kee barbaadi!
β Liqiin Jiraachuu.
Galii argattu caalaa baasuun itti fayyadama maallaqaa hamaadha.Β Hanga humna keetiin akkamitti akka jiraattu hin barattu, kaappitaala ijaaruu jalqabuu hin dandeessu.
β Bittaa Akkasumaan Raawwatamu.
Galiin gara fuula duraa fi baasii gara fuula duraa lamaan isaanii karoora faayinaansii keessatti hammatamuu qabu. Bittaa kee dursii karoorfadhu.Β Baasiin ofumaan bahu carraa invastimantii dabalataa fi galii argachuu si dhorka.
β Faayidaa Sirrii taβe Tuffachuu.
Faayidaa sirrii kennuu kan danda'u, wanta haala salphaan gochuun danda'amu gatii dhabsiisuu yookiin tuffachuu.
π Share fi Join
@Gaggeessummaa β