👍 Dubbiilee Barsiisoo
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
▶️ "Ol ka'iinsa kee kan murteessu dandeettii kee osoo hin taane ilaalcha keeti" — Zig Ziglar
▶️ "Milkaa'inni kan dhumaa miti, kufaatiin kan nama ajjeesu miti, kan lakkaa'amu ammallee itti fufuu dha" — Wuniston Chunchil
▶️ "Boru dhugoomsuudhaaf, daangaan shakkii keenyaa har'a qofa" — Firaankiliin D
▶️ "Milkaa'inni quuqama tokko malee kufaatii iraa gara kufaatii gufachuu dha" — Winistoon S.
▶️ "Yeroon kee daangeffaa dha; jireenya nama biraa jiraachuun hin qisaasessin" — Isteev Joobs
▶️ "Milkaa'inni hangam akka ol baate osoo hin taane, addunyaa kanaaf jijjiirama akka fidduu dha" — Rooyii T.
▶️ "Bakki milkaa'inni dura itti dhufu, galmee jechootaa qofa" — Viidaal
▶️ "Hojii guddaa hojjachuuf karaan jiru, waan hojjattu jaallachuu qofa" — Isteev Joobs
▶️ "Garaa garummaan nama milkaa'aa fi namoota gidduu jiru, humna dhabuu osoo hin taane, beekumsa dhabuus osoo hin taane fedhii dhabuudha" — Viins Loombardii
@Gaggeessummaa ✅