#Freshman
#Waamicha
#Salaalee Yun.
Barattoota bara 2016 Barnootaa 'Remedial' Yuunivarsiitii Salaalettii barachaa turtanii qabxii darbiinsaa galmeesistanii fi bara 2016 kutaa 12 xumuruun Yuunivarsiitii salaalettii ramadamatan hundaaf
Guyyaan galmee: Onkoloolessa 21-22/2017 ta'uu hubattanii galmeef yeroo dhuftan
👉Uffata qorraa
👉Ansoolaa
👉Uffata boraatii
👉Uffata Ispoortii
👉Suura (3×4) baay'inni isaa afur.
qabattanii akka dhuftan isin
beeksisna
Hubaachiisa: iddoon galmee Yuunivarsiitii Salaalee Kaampaasii Jeneraal Taaddasaa Biirruu.
https://t.me/Oromiastudent_s