Erga;
Ciisichi manakoo,
Cinaachakoo ganee,
Dugdatti firoomee,
Sillimiin dhibame,
Hirriban hiyyoome,
Kunoo......!
Akka footuu jirbii,
Yaadan yaasee galcha
Ijakoo gaagureen,
Baaxii gubbaa bulcha!
....
Ni-cima!
Gadaa
@Walaloon_Jaalala
Ciisichi manakoo,
Cinaachakoo ganee,
Dugdatti firoomee,
Sillimiin dhibame,
Hirriban hiyyoome,
Kunoo......!
Akka footuu jirbii,
Yaadan yaasee galcha
Ijakoo gaagureen,
Baaxii gubbaa bulcha!
....
Ni-cima!
Gadaa
@Walaloon_Jaalala