Baankii Daldala Itiyoophiyaa


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic


Seenaan Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa (CBE) bara 1942 hundeeffama Baankii Mootummaa Itiyoophiyaa irraa eegaleeti.
CBEn bara 1963tti akka dhaabbata aksiyoonaa tokkootti seeraan hundeeffame. Ergasii as guddina biyyaa keessatti gahee olaanaa taphachaa dhufee

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Statistics
Posts filter


Baankii Daldalaa Itoophiyaatti CBE NOOR ji'a sooma Ramadaanaa 1446ffaa sababeeffachuun, harka qalleeyyii magaalaa Shaashamanneef, maaddii qoode.
***
Namoota rakkatan 150 bulchiinsi magaalichaa adda baaseef, tokkoon tokkoo isaaniif ruuzii kiiloo 25, daakuu kiiloo 10, fi zayitiin abbaan leetira 5 kennameefi jira.

Daariktarri distiriiktii Shaashamannee obbo Dawaanoo Huseen,  ji’a Ramadaanaa keessa nyaata waliif qooduun, hawaasa Musiliimaaf, tumsa qabnu agarsiisuuf kan raawwatame yoo ta’u, itti gaafatamummaa hawaasummaa baankichaas ta’uu ibsan.

Sagantaa kana irratti kan argaman itti aanaan kantiibaa magaalaa Shaashamannee  obbo Awwal Hasan, Deeggarsa baankichi taasiseef galateeffatan.
Namoonnis deeggarsa baankichi taasiseefitti gammachuu guddaa qabachuu ibsaniiru.
Baankiin keenya ji'a Ramadaanaa waliin wal-qabatee sagantaa maaddii qooduu iddoo adda addaatti raawwachaa akka jiru ni beekama.


National Competitive #Bid
************

Commercial Bank of Ethiopia (CBE) invites interested bidders for national competitive bid to supply the under listed goods/services:

1. Nexus 93180YC-FX Switch, N9K-C9336C-FX2 Switch, Wireless Controller Replacement (Bid no. 124/2024/25)

Interested bidders can get the full information on our website using the following link:
https://combanketh.et/cbeapi/uploads/gb8_060f8d4315.pdf


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Kaardiin keessan gahaadha!
*********
Maashinoota kaffaltii Baankii Daldalaa Itoophiyaa (POS) fayyadamuun, guyyaatti hanga birrii kuma 500 kaardii keessaniin, kaffaltiiwwan bittaaf gurgurtaa raawwachuu dandeessu.
Tap and pay, jireenya keessan ammayyeessaa!
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #digitalbanking #pos #banking #ethiopia


Deebisaatii Badhaafamaa!
Dorgommii gaaffii fi deebii fuula Feesbuukii Afaan Oromoo irratti taasifameen, kan marsaa 1ffaa warri mo’atan kunooti:
******
Fuula Feesbuukii Baankii keenya kan Afaan Tigree irrattis https://web.facebook.com/cbetigregna/ nu waliin ta’uun, dorgommii gaaffii fi deebii har’a Guraandhala 29, 2017 galgala sa’aatii 3:00 tti gaggeeffamu irratti hirmaadhaa; Badhaafamaa!

Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan! /#cbe #commercialbankofethiopia #banking #ethiopia #cbenoor


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Herrega kuufama Zakaa
********
Zakaa keessan Herrega Kuufama Zakaa CBE NOOR keessatti galchaa.
Warra Zakaa fudhachuu qabu jettanii isin filattaniif, haala salphaan ni geessina!
#CBE #cbenoor #zakat #saving


Baga guyyaa Dubartoota Addunyaa geessan! International Women’s Day
March 8


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Saturday, 08 March 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Gaaffii Deebisaa Badhaafamaa!
**
Fuu
la feesbuukii baankii keenyaa https://www.facebook.com/BaankiiDaldalaItiyoophiyaa
hordofuun, har'a Guraandhala 28 bara 2017 galgala sa'aatii 3፡00' tti dorgommii gaaffii fi deebii CBE NOOR irratti hirmaachuun badhaafamaa!
***
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #commercialbankofethiopia #banking #ethiopia #cbenoor


Dhaabbanni 'Commercial Nominees Plc' Giddu-gala Maanguddootaa fi Dhukkubsattoota Sammuu Maqedooniyaaf Birrii miiliyoona 3 arjoome!
Dhaabbatichi maallaqa deeggaruun alatti, wiirtuuwwan Maqedooniyaaf, tajaajila qulqullinaa kennuuf waadaa galeera.


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Ji'a soomana eebbifamaa isiniif hawwaa, liinkii armaan gadii fayyadamuun, sagantaa soomana Ramadaanaa fi salaata magaalota adda addaatti baankiin keenya qopheessu argachuu dandeessu.
https://combanketh.et/ramadan-calendar/

Ramadaan Mubaarak!
****
#EthioDirect #CashGo fayyadamuun maatii fi Aantee keessaniif maallaqa biyya alaa ergaa!
****
CBE NOOR tajaajila baankii guutuu dhalarraa bilisaa!
Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!

#cbe #ramadanmubarak #ramadan #islam #ethiopia #commercialbankofethiopia


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Friday, 07 March 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


Kabajamtoota maamiloota:
****
Tajaajila baankiin keenya dameelee irratti kennu irrattis ta’e, karaa filannoo kaffaltii dijitaalaa yaada isin maamiltoota keenya irraa arganne irratti hundaa’uun, fooyya’iinsa bal’aa hojiirra oolchaa jirra.
Fooyya'iinsi kun akka itti fufu kan nu gargaaru, ATM, POS, fi CBE Birr erga fayyadamtanii booda ergaan mirkaneessaa (SMS) isin dhaqqaba.
Kana waliin liinkiin yaada ittiin nuuf kennitan waan jiruuf, kabajaan akka guuttan isin gaafanna.
Hubachiisa:
****
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa odeeffannoo baankii ergu kamiifuu kaffaltii hin gaafatu.
Kanamalees lakkoofsa iccitii nama kamiyyuu hin gaafatu.
****
Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!


Karaa salphaan Deeggaruu dandeessu!
********
Dhaabbata tola ooltummaa Maqedooniyaaf, karaa Appii CBE Birr Plus gargaarsa gochuu baay’een mijataadha. Fuula jalqabaa irratti (Mekedonia) kan jedhu waan jiruuf, isa fayyadamuun kallattiin maallaqa deeggaruu dandeessu.
Baay’ee salphaadha!!
*********
Appii CBE Birr Plus argachuuf:
• Bilbiloota Andirooyidiif:
https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr
• Bilbiloota Appiliif:
https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787
#cbe #cbebirr #cbebirrplus #banking #ethiopia
#commercialbankofethiopia


Baankiin Daldalaa Itoophiyaa namoota harka qalleeyyii Magaalaa Daseetti argamaniif maaddii qoode.
**
Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun, kutaalee hawaasaa harka qalleeyyii magaalaa Daseetti argamaniif, baankiin keenya midhaan nyaataa fi Zayita kenneefii jira.
Sagantaa kana kan qopheesse Baankiin Daldalaa Itoophiyaa ji'a kabajamaa Ramadaanaa sababeeffachuun, maamiloota isaa Musiliimaa waliin ta'uusaa ibsuuf, akka ta'e hoogganaan Misooma Omishaa fi Babal'ina Bizinasii CBE NOOR obbo Anuwaar Mohaammad himan.
Pirezidaantiin Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Dasee Shee Indiriis Bashir gama isaanitiin, Baankiin Daldalaa Itoophiyaa yeroo adda addaatti hawaasa Musiliimaatiif, deeggarsa taasisuun isaa kan galateeffamu ta'uu dubbatan.
Baankiin daldalaa Itoophiyaa warra rakkataniif gargaarsa gochuu itti fufuun isaa ammmoo namoota birootiif fakkeenya ta'eera jedhan.
Namoonni deeggarsa argatan gama isaanitiin deeggarsa argatanitti gammaduu ibsan.


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Thursday, 06 March 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia


National Competitive #Bid (Re-bid)
************

Commercial Bank of Ethiopia (CBE) invites interested bidders for national competitive bid of the under listed maintenance work:

1. Addis Ababa Branch Compound Asphalt Pavement Maintenance Work (Bid no. 123/2024/25)

Interested bidders can get the full information on our website using the following link:
https://combanketh.et/cbeapi/uploads/Asphalt_Work_Bid_070feffb07.pdf



17 last posts shown.