Baankiin Daldalaa Itoophiyaa namoota harka qalleeyyii Magaalaa Daseetti argamaniif maaddii qoode.
**
Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun, kutaalee hawaasaa harka qalleeyyii magaalaa Daseetti argamaniif, baankiin keenya midhaan nyaataa fi Zayita kenneefii jira.
Sagantaa kana kan qopheesse Baankiin Daldalaa Itoophiyaa ji'a kabajamaa Ramadaanaa sababeeffachuun, maamiloota isaa Musiliimaa waliin ta'uusaa ibsuuf, akka ta'e hoogganaan Misooma Omishaa fi Babal'ina Bizinasii CBE NOOR obbo Anuwaar Mohaammad himan.
Pirezidaantiin Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Dasee Shee Indiriis Bashir gama isaanitiin, Baankiin Daldalaa Itoophiyaa yeroo adda addaatti hawaasa Musiliimaatiif, deeggarsa taasisuun isaa kan galateeffamu ta'uu dubbatan.
Baankiin daldalaa Itoophiyaa warra rakkataniif gargaarsa gochuu itti fufuun isaa ammmoo namoota birootiif fakkeenya ta'eera jedhan.
Namoonni deeggarsa argatan gama isaanitiin deeggarsa argatanitti gammaduu ibsan.